hypersexual disorder Health Psychology Romance 

“hypersexual disorder Bu’aa Hamaa 10 Araada Walqunnamtii Saalaa Beekuu Qabdu”

Araadni saalqunnamtii, jeequmsa saalqunnamtii garmalee jedhamuunis kan beekamu, haala namni dhuunfaa tokko yaada, faantaasii fi amala saalqunnamtii irratti garmalee itti bobba’uudha. Araadni kun bu’aa badaa adda addaa kan fayyaa qaamaa, miiraa fi sammuu nama dhuunfaa, akkasumas hariiroo isaanii fi jireenya dhuunfaa fi ogummaa isaanii irratti dhiibbaa uumuu danda’u fiduu danda’a. Biloogii kana keessatti miidhaa 10 araada saalqunnamtii qabaachuun qabu ni ilaalla. Xumura irratti, araadni saalqunnamtii jireenyaa fi nageenya nama dhuunfaa irratti dhiibbaa guddaa geessisuu danda’a. To’annoo dhabuu, hariiroo irratti dhiibbaa uumuu, rakkoo maallaqaa fiduu, balaa fayyaa fiduu, dhiphina miiraa fiduu,…

Read More
lupita and carmen Politics 

Jireenya Kaka’umsaa Kaarmeen fi Lupitaa Andireedii, Lakkoolee walitti maxxananii

Kaarmeen fi Lupita Andrade lamaan walitti maxxananiiru yoo ta’an, jireenya isaanii guutuu waliin dabarsan, qaama tokko qooddatanii garuu dhuunfaa fi fedhii addaa mataa isaanii qaban. Bara 2000 Meksikootti kan dhalatan lamaan kun, qormaata guddaa mudatu keessatti dandamachuun, yaada gaarii fi kutannoo qabaachuu isaaniitiin xiyyeeffannoo fi dinqisiifannaa namoota addunyaa maraa qabataniiru. Waa’ee jireenya isaanii qabxiileen 10 imala isaanii isa nama hin amansiifne kana agarsiisan kunooti: Kaarmeen fi Luupitaan garaa isaanii irratti walitti maxxananii kan dhalatan yoo ta’u, sirna marsaa dhiigaa kan qooddatan ta’us onnee, sombaa fi sirna bullaa’insa nyaataa mataa isaanii…

Read More
brain , intelligence Politics 

“Akka Ogeeyyiin Xiin-sammuu jedhanitti Bilchinii Sammuu gosa afur qaba:

“Akka Ogeeyyiin Xiin-sammuu jedhanitti Bilchinii Sammuu gosa afur qaba: 1) Bilchina sammuu Hubannoo(Intelligence Quotient (IQ)) 2) Bilchina sammuu Miiraa (Emotional Quotient (EQ)) 3) Bilchina sammuu Hawaasummaa (Social Quotient (SQ)) 4) Bilchina sammuu Rakkoo (Adversity Quotient (AQ)) 1. Bilchina sammuu Hubannoo (IQ): kun safartuu sadarkaa hubannoo keetii ti. Herrega furuuf, wantoota sammuutti qabachuuf, fi barnoota yaadachuuf IQ si barbaachisa. 2. Bilchina sammuu Miiraa (EQ): kun safartuu dandeettii namoota biroo wajjin nagaa eeguu, yeroo eeguu, itti gaafatamummaa qabaachuu, amanamaa ta’uu, daangaa kabajuu, gad of qabuu, dhugaa fi namaaf yaadu ta’uudha. 3. Bilchina…

Read More
successful life Politics 

How to Set Goals and Achieve Them: Qabxilee 10 Kayyoo Tolfachuuf , Kayyoo tolfatan galmaa Gessuu nu gargaraan.

How to Set Goals and Achieve Them: Qabxilee 10 Kayyoo Tolfachuuf , Kayyoo tolfatan galmaa Gessuu nu gargaraan. Yeroo bayee karoraa bafanee Galama Gayuuf bayee nama rakkisaa , yeroo dheeraaf  karoorfanee galmaa gayuu dhabuu kennaa irraa kana ka’e bayeen kenaa sadarkaa abdi kutachuu irraa genyeeraa Hata’uu malee karaa malaa sayinsawaa ta’een Kayyoo tolfachuuf galmaa gayuun ni dandayamaa! Akkaa qoranoo ‘Statistic Brain’  godhameetin persentin 92% utuu kayyoo bafatani galmaan hin gayiin waggaan(year) suni irrattii dhumataa. Sani qofaa utuu hin tanee waronii karoraa bafataa Torbanuumaa jalqabaa irraattii akkaa abdi kutaan Qorananin kuni…

Read More
Health 

Ofqorachiisuu

Osoo hin dhukkubsatiin yokaan mallattoo dhukkuba kami ofirratti hin argiin mana yaalaa deemanii of qorachiisuun dhukkuboota akkamii irraa nu baraaruu danda’aa? Hagamis barb aachisaadhaa? Ilaalchi osoo hin dhukkubsatiin yaalamuu jedhu biyya keenya keessatti yeroo hedduu kan baratamaa hin taanee dha. Namoonni yeroo hedduu kan of qorachiisan yoo haalonni gargaraa isana dirqisiisan akka qacarrii hojiiwwan gargaraa, gara biyyoota biraa deemuu fi kkf yoo isaan mudatedha. Haa ta’u malee dhukkuboonni addunyaa kana irraa lubbuu namaa duguuguudhaan sadarka ol’aanaa qabatanii jiran akka dhiibbaa dhiigaa, dhukkuba sukkaaraa, istirookii, dhukkuba onnee baay’inaan osoo mallattoo hin…

Read More
Health 

Sammuun Darbuu (Maraatummaa)

MARAACHUU (SAMMUUN DARBUU)? Kan waan hin jirre haasa’u hunduu maraatuudhaa? Sammuun darbuu (Schizophrenia) Dhukkubni yeroo hedduu akka naannootti maraatummaa jedhanee beekamu kun dhukkuba sammuu namaa hubuu dha. Haala qabatamaan jiru osoo hin taane; waan hin jirre arguu, waan hindubbatamiin dhaga’uu, waan kana dura dhalti namaa argeee hin beekne yaadaan arguu, garmalee sodaachuu, garmalee loluu, garmalee gammaduu, garmalee gadduu fi kkf.. walumaa galatti amala namni nagaa jedhamu tokko qabu irraa adda kan ta’e qabaachuudha. Maarree…. namni sababa malee gammadu, namni garmalee lolu, namni amaloota armaan olii kana keesssaa tokko tokko qabu…

Read More
Health 

Erectile dysfunction ; Ka’uu dadhabuu qaama saalaa dhiiraa.

ERECTILE DYSFUNCTION Erectile dysfunction is defferent from loss of libido and premature ejaculation. Erectile dysfunction is problem of male sex organ (penis), that doesn’t erect and helps in performing sexual intercourse. DHIBEE KA’UU DADHABUU QAAMA SAALAA DHIIRAA Qaamni saalaa dhiiraa kan dhaabbatu (erection) yoo hormooniin sammuu keessaa gadi lakkifamee ujummoolee dhiigaa qaama saalaa dhiiraa keessatti argaman dhiigaan guutuudhaan dhiibbaa (pressure) uumudha. Haalli kamillee kan kana dangeessu, qaamni saalaa dhiiraa dhaabbatee walqunnaamtii akka hin raawwanne dhorka, osoo fedhii qabuu jechuudha. Yoo fedhii hin qabaanne garuu inni kan biraati malee dhukkuba kanaan…

Read More
Health 

Why do peoples fall in love? Sababoota gurguddoo namoonnii wal jaallataniif

Every one of us, one day will fall in love, or we’ve already fallen in love. Why do people fall in love? According different studies on this issues, the top reasons why peoples fall in love are the following. Namni maaliif Jaalalaan qabamaa? Sababootni gurguddoon namni jaalalaan qabamuuf: WALFAKKEENYA: Amala, akkataa yaaduu, ilaalchaa fi mul’ata walfakkaataa qabaachuu. “Haadha manaaf abbaa manaa laga tokkoo waraaban” jedha Oromoon, edaa kanaaf natti fakkaata. WALITTI DHIYEENYA: Bakka hojii, mana jireenyaa, mana barumsaa fi kkf erga yeroo dheeraaf waliin nama oolchee booda, walyaaduutu dhufa, walii…

Read More