hypersexual disorder Health Psychology Romance 

“hypersexual disorder Bu’aa Hamaa 10 Araada Walqunnamtii Saalaa Beekuu Qabdu”

Araadni saalqunnamtii, jeequmsa saalqunnamtii garmalee jedhamuunis kan beekamu, haala namni dhuunfaa tokko yaada, faantaasii fi amala saalqunnamtii irratti garmalee itti bobba’uudha. Araadni kun bu’aa badaa adda addaa kan fayyaa qaamaa, miiraa fi sammuu nama dhuunfaa, akkasumas hariiroo isaanii fi jireenya dhuunfaa fi ogummaa isaanii irratti dhiibbaa uumuu danda’u fiduu danda’a. Biloogii kana keessatti miidhaa 10 araada saalqunnamtii qabaachuun qabu ni ilaalla. Xumura irratti, araadni saalqunnamtii jireenyaa fi nageenya nama dhuunfaa irratti dhiibbaa guddaa geessisuu danda’a. To’annoo dhabuu, hariiroo irratti dhiibbaa uumuu, rakkoo maallaqaa fiduu, balaa fayyaa fiduu, dhiphina miiraa fiduu,…

Read More
Health Romance 

HOW TO REDUCE WEIGHTS: ULFAATINA QAAMAA AKKAMIIN HIR’ISUU DANDEENYAA?

Decreasing weight saves us from so many chronic diseases. It can avoid hypertension, diabetes and heart failure. ULFAATINA QAAMAA/FURDINA/ HUMNAA OLII AKKAMIIN HIR’ISNAA? Bishaan dhuguudhaan. Ganama akkuma hirribaa kaaneen bishaan yoo danda’ame loomii itti naqnee dhuguu qabna. Kana qofaan hin dhiifamu; nyaata nyaannu hundumaa waliin bishaan ga’aa sirriitti dhuguu qabna. Shayii (keessumaa shayii magariisa ykn green tea) sirriitti dhuguun ni gargaara. Nyaata sa’aa 1:00 boodaa (galgala) irraa of qusachuu qabna. Nyaata miyaa’aa ta’an akka kuukisii, chiipsii, keekii mimi’aawoo irraa of qusachuu. Nyaata kuduraaf muduraa sirriitti nyaachuu qabna. Nyaata zayitaa isa…

Read More
Health Psychology Romance 

Quussanaa maatii uummamaa

Quussanaa maatii uummamaa Quussanaa maatii uummamaa keessaa Marsaan Laguu isaa tokkoo haata’u malee ,marsaan laguu fayyadamun offii eeggannoo baayee barbada. Karaa gababaan Quussanaa maatii uummamaa yeroo jennuu maal jechuu kenaa, Gadamessaa kessaattii kalleen ykn buphaan ummamuuf guyyotaa 14 fudhaataa , Garuu buphaan lubbuun jiraachuu kan danda’u guyyoota 3-5ttii haluumma walfakkatuun , spermiinis lubbuudhaan turuu kan danda’u guyyoottaa 5-6ttii. Guyyootaa kanaan allattiii walqunnamtii salaa yoo rawwannee ulfaayuu dhabuu ni dandenaa. Quussanaa maatii uummamaatt ykn marsaa laguuttiit fayyaadamuun carraa ulfaayuu persenti torbatamaan hir’isuu ni dandayaammaa. Hubachisaa: Malaa ittisaa kana bu’aa qabessaa tasisuuf…

Read More
Health Romance 

ተፍጥሮአዊ ወሊድ መቆጣጠርያ

ተፍጥሮአዊ ወሊድ መቆጣጠርያ የወር አበባ ነቀላ ና የመሳሰሉት በዛሬው ፖስታችን እንዴት የወር አበባን ለወሊድ መቆጣጠርያነት መጠቀም አንደሚቻል እናያለን:: ወደ ሳይንሱ በጥልቁ ሳንገባ በፊት በቀላል አባባል የወር አበባን ለወሊድ መቆጣጠሪያ ስንል ምንማለታችን ነው ? በአማካይ የወር አበባ ዑደት(cycle)  28-29 ቀናት የፈጃል: ቢሆንም እንቁላል ለመፈጠር 14 ቀናት በአማካይ ይወስዳል። ግን አንቁላል ከተፍጠረ ቦሀላ 3-5 ቀናት ብቻ ነው በሕይወት ሊቆይ የሚቺለው : በተመሳሳይ ሁኔታ ስፐርምም በሕይወት የሚቆየው 5-6 ቀናት ነው : ከነዚህ ቀናት ውጪ የግብረ ስጋ ግንኝነት : ብናደርግ የማርገዛችን  ዕድል ጠባብ ነው :: የወር አበባን ዑደት በመጠቀም እርግዝናን በ70ፐርሰንት መቀነስ ይቻላል:: ቀጥሎ…

Read More
Romance 

Gaa’elli umurii itti raawwachuu qabu argadhe jedha Profesorri Ameerikaa tokko.

Qorannoon kun kan geggeefame Yuuniversiitii Utah Professor Nicolas Wolfinger nama jedhamuun yoo ta’u. Akkas jedha. Carraan walhiikuu haadha manaa fi abbaa manaa umurii gaa’elli irratti raawwatame waliin yoo walbira qabamu, umurii itti dargaggoon gaa’elatti seenanii carraan walhiikuu isaanii gadi bu’aa ta’e ni jira jedha. Innis waggaa 28 haga 32. Waggaa 28 gaditti ka walfuudhaniifi waggaa 32 olitti ka walfuudhan carraan walhiikuu isaanii xiqqoo olka’aadha jedha. An garuu qorannoo geggeessuu baadhus osoon Nicolas argee, “Professor Nicolas; harmeen koo yoo abbaankoo fuudhu waggaa 16 jedhani… waliin qotanii, horanii, dhalchanii, guddifatanii, barsiifatanii, amma…

Read More
Romance 

Qaamota shamarraanii dhiirri osoo hin beekiin ilaalu 1 haga 10

Qaamota shamarranii keessaa sadarkaa sadarkaadhaan 1ffaa haga 10ffaatti kan nama harkisan! 10.FFAA. Koomee miillaa. Kun jaalaala yokaan dhiira harkisuu keessatti gahee guddaa waan hin taphanne fakkaata garuu miti sirriitti gahee qaba. 9.FFAA. Dugda. Dhiironni hedduun osoo ofirratti hin beekiin dugda gadi dhooqaa yokaan (curved) baay’ee jaallatu. 8.FFAA. Garaa (mudhii). Kana yeroo hedduu sirboonni aadaa keenyaa yoo durbaaf weellisan qalloo mudhii soonsaa… kan mudhiin qabaa hin guunne… fi kkn jedhu ni beekna. 7.FFAA. Rifeensa. Dhiironni riifensa dheeraa jaallatan akkuma jiran kuun ammoo gabaabaa mammaramaa jaallatu. Garuu inni guddaan rifeensaaf bakka guddaa…

Read More
Psychology Romance 

Gosootaa fi ka’umsa jaalalaa torban. The seven types of love and causes

Jaalalli guyyaa guyyaatti nuti namaaf kenninu yokaan namarraa fudhannu kanneen armaan gadii ofkeessatti qaba. 1. Eros Kun jaalala miiraa walqunnaamtii saalaaf waliin qabaatu yoo ta’u jaalala dhiiraaf dubara gidduu jiraatuudha. 2. Philia Jallalli kun jaalala hiriyyummaa kan waan gaarii waliif yaaduu, wal amanuu, faayidaa walii eeguu fi kkf jecha wal jaallatan jechuudha. Jaalalli hiriyyummaa kun saala hin fo’u. Jaaalli inni tokkoffaa irra jiru (Eros) nama jaalatan “kan ofii” godhachuu irratti hundaa’a. Inni kun garuu waa’ee nama biraa kan ofii godhachuu osoo hin taane, walhubachuuf waliin jiraachuu irratti xiyyeeffata. 3. Storge…

Read More