hypersexual disorder Health Psychology Romance 

“hypersexual disorder Bu’aa Hamaa 10 Araada Walqunnamtii Saalaa Beekuu Qabdu”

Araadni saalqunnamtii, jeequmsa saalqunnamtii garmalee jedhamuunis kan beekamu, haala namni dhuunfaa tokko yaada, faantaasii fi amala saalqunnamtii irratti garmalee itti bobba’uudha. Araadni kun bu’aa badaa adda addaa kan fayyaa qaamaa, miiraa fi sammuu nama dhuunfaa, akkasumas hariiroo isaanii fi jireenya dhuunfaa fi ogummaa isaanii irratti dhiibbaa uumuu danda’u fiduu danda’a. Biloogii kana keessatti miidhaa 10 araada saalqunnamtii qabaachuun qabu ni ilaalla. Xumura irratti, araadni saalqunnamtii jireenyaa fi nageenya nama dhuunfaa irratti dhiibbaa guddaa geessisuu danda’a. To’annoo dhabuu, hariiroo irratti dhiibbaa uumuu, rakkoo maallaqaa fiduu, balaa fayyaa fiduu, dhiphina miiraa fiduu,…

Read More
Health 

The characters of true love: Amaloota Jaalala Fayya Qabeessa kudhan

True love is known by some principles and characters, and some psychologists believe that the following things characterize the true love. Amaloota Jaalala Fayya Qabeessaa Fidan kudhan (10)! XIINSAMMUU 001 Jechoota kana sadan “Sin jaalladha”, “Galatoomi”, “Dhiifama” bakka isaan barbaachisan hundaatti utuu of hin qabiin fayyadamuu. Yoo balleessaa walirratti argan, hiriyyaa biraa, facebook fi namoota birootti haasa’uu dhiisaanii kallattumaan walitti haasa’uu. Jireenya dhuunfaa qabaachuu jaalaleewwan lameenii. Jireenya waliinii akkuma qaban, jireenya dhuunfaa isaaniifis kabajaaf bakka qabaachuu qabu. Jireenyi isaanii 100% kan waliinii ta’uu hin qabu. Jaalalli isaanii jaalala waan ammaa…

Read More
Health 

Why do peoples fall in love? Sababoota gurguddoo namoonnii wal jaallataniif

Every one of us, one day will fall in love, or we’ve already fallen in love. Why do people fall in love? According different studies on this issues, the top reasons why peoples fall in love are the following. Namni maaliif Jaalalaan qabamaa? Sababootni gurguddoon namni jaalalaan qabamuuf: WALFAKKEENYA: Amala, akkataa yaaduu, ilaalchaa fi mul’ata walfakkaataa qabaachuu. “Haadha manaaf abbaa manaa laga tokkoo waraaban” jedha Oromoon, edaa kanaaf natti fakkaata. WALITTI DHIYEENYA: Bakka hojii, mana jireenyaa, mana barumsaa fi kkf erga yeroo dheeraaf waliin nama oolchee booda, walyaaduutu dhufa, walii…

Read More