Why do peoples fall in love? Sababoota gurguddoo namoonnii wal jaallataniif

Every one of us, one day will fall in love, or we’ve already fallen in love. Why do people fall in love? According different studies on this issues, the top reasons why peoples fall in love are the following. Namni maaliif Jaalalaan qabamaa? Sababootni gurguddoon namni jaalalaan qabamuuf: WALFAKKEENYA: Amala, akkataa yaaduu, ilaalchaa fi mul’ata walfakkaataa qabaachuu. “Haadha manaaf abbaa manaa laga tokkoo waraaban” jedha Oromoon, edaa kanaaf natti fakkaata. WALITTI DHIYEENYA: Bakka hojii, mana jireenyaa, mana barumsaa fi kkf erga yeroo dheeraaf waliin nama oolchee booda, walyaaduutu dhufa, walii…

Read More