hypersexual disorder Health Psychology Romance 

“hypersexual disorder Bu’aa Hamaa 10 Araada Walqunnamtii Saalaa Beekuu Qabdu”

Araadni saalqunnamtii, jeequmsa saalqunnamtii garmalee jedhamuunis kan beekamu, haala namni dhuunfaa tokko yaada, faantaasii fi amala saalqunnamtii irratti garmalee itti bobba’uudha. Araadni kun bu’aa badaa adda addaa kan fayyaa qaamaa, miiraa fi sammuu nama dhuunfaa, akkasumas hariiroo isaanii fi jireenya dhuunfaa fi ogummaa isaanii irratti dhiibbaa uumuu danda’u fiduu danda’a. Biloogii kana keessatti miidhaa 10 araada saalqunnamtii qabaachuun qabu ni ilaalla. Xumura irratti, araadni saalqunnamtii jireenyaa fi nageenya nama dhuunfaa irratti dhiibbaa guddaa geessisuu danda’a. To’annoo dhabuu, hariiroo irratti dhiibbaa uumuu, rakkoo maallaqaa fiduu, balaa fayyaa fiduu, dhiphina miiraa fiduu,…

Read More
Politics 

Yakka nama rifachiisu Mucaa Sanduuqa keessa jiru teeknooloojii daataa jiruu irra fuula nama deebiisanii ijaaruun yakka furuuf gargaaru. Face reconstruction technology.

Yakka nama rifachiisu Mucaa Sanduuqa keessa jiru fi  teeknooloojii daataa jiruu irra fuula nama deebiisanii ijaaruun yakka furuuf gargaaru. Yakka nama rifachiisu Mucaa Sanduuqa keessa jiru fi  teeknooloojii daataa jiruu irra fuula nama deebiisanii ijaaruun yakka furuuf gargaaru. Fulbaana 1957tti barataan kolleejjii tokko bosona Filadelfiyaa keessatti reeffa mucaa xiqqaa tokkoo argee argannoo isaa isa suukaneessaa poolisiitti hime. Mucaan kun akka malee reebamee saanduqa dulloomaa keessa ciifamee argame. Eenyummaan isaa hin beekamu ture. Namoonni hedduun odeeffannoo dhimmichaan walqabatu qabatanii kan dhiyaatan yoo ta’u, poolisiin garuu ragaa nama kamiyyuu mirkaneessuu hin dandeenye.…

Read More
Psychology 

The Happiest Countries: Sadarkaa Biyyootaa Akkaataa Gammachuu Uummata Isaaniitiin

This is the ranks of different countries on happiness of their society. Who do u think is number one? BIYYI ITIYOOPHIYAA MEEQAFFARRA JIRTI JETTANII YAADDUU? Bara kana keessa (2019) Biyyoota Uummanni isaanii “GAMMACHUUDHAAN JORAATAN” Sadarkaadhaan tokkoo haga kudhanii: 1ffaa. Fiinlaand 2ffaa. Denmaark 3ffaa. Noorway 4ffaa. Ayislaand 5ffaa. Niizerlaand 6ffaa. Siwiizerlaand 7ffaa. Siwiidin 8ffaa. Niiwuziyaaland 9ffaa. Kanaadaa 1offaa. Awustiraaliyaa Itiyoophiyaan “134 FFAA” irratti argamti Biyyoota Uummanni isaanii “GAMMACHUU HIN QABNE” kurnan addunyaa keenyaa: Sudaan Kibbaa Rippuubilikii G/G Afrikaa Afigaanistaan Taanzaniyaa Ruwaandaa Yemen Maalaawwii Siiriyaa Boozwaanaa Haiti Madda: CNN Dr. Gurmeessaa Saying…

Read More