brain , intelligence Politics 

“Akka Ogeeyyiin Xiin-sammuu jedhanitti Bilchinii Sammuu gosa afur qaba:

“Akka Ogeeyyiin Xiin-sammuu jedhanitti Bilchinii Sammuu gosa afur qaba: 1) Bilchina sammuu Hubannoo(Intelligence Quotient (IQ)) 2) Bilchina sammuu Miiraa (Emotional Quotient (EQ)) 3) Bilchina sammuu Hawaasummaa (Social Quotient (SQ)) 4) Bilchina sammuu Rakkoo (Adversity Quotient (AQ)) 1. Bilchina sammuu Hubannoo (IQ): kun safartuu sadarkaa hubannoo keetii ti. Herrega furuuf, wantoota sammuutti qabachuuf, fi barnoota yaadachuuf IQ si barbaachisa. 2. Bilchina sammuu Miiraa (EQ): kun safartuu dandeettii namoota biroo wajjin nagaa eeguu, yeroo eeguu, itti gaafatamummaa qabaachuu, amanamaa ta’uu, daangaa kabajuu, gad of qabuu, dhugaa fi namaaf yaadu ta’uudha. 3. Bilchina…

Read More
Politics 

Yakka nama rifachiisu Mucaa Sanduuqa keessa jiru teeknooloojii daataa jiruu irra fuula nama deebiisanii ijaaruun yakka furuuf gargaaru. Face reconstruction technology.

Yakka nama rifachiisu Mucaa Sanduuqa keessa jiru fi  teeknooloojii daataa jiruu irra fuula nama deebiisanii ijaaruun yakka furuuf gargaaru. Yakka nama rifachiisu Mucaa Sanduuqa keessa jiru fi  teeknooloojii daataa jiruu irra fuula nama deebiisanii ijaaruun yakka furuuf gargaaru. Fulbaana 1957tti barataan kolleejjii tokko bosona Filadelfiyaa keessatti reeffa mucaa xiqqaa tokkoo argee argannoo isaa isa suukaneessaa poolisiitti hime. Mucaan kun akka malee reebamee saanduqa dulloomaa keessa ciifamee argame. Eenyummaan isaa hin beekamu ture. Namoonni hedduun odeeffannoo dhimmichaan walqabatu qabatanii kan dhiyaatan yoo ta’u, poolisiin garuu ragaa nama kamiyyuu mirkaneessuu hin dandeenye.…

Read More
Psychology 

Garaa lafummafi waan qabani kenuni ummuri kenna ni dheereessa jedhaa sayinsini.

Garaa lafummafi waan qabani kenuni ummuri kenna ni dheereessa jedhaa sayinsini. Yeroo namni isini gargartani gammaduu fi yeroo fuulii isani gammachuun ifuu ,yeroo isin galatonfatani , isinile gammachuuni guddani akka isiniti dhagayamuu beekamadhaa. Garuu qorannon ademsifamee tokkoo akka mudhisuuti gammachuu sani qofaa utuu hin tanee , fayyaluman ykn tolaa nama rakkatee oluuni sammuu kennafi fayyaa kenna darbee umurii kenna akka dhereessuu danda’uu irra gahameraa. Waggotaa kurnani darbani kanin kessati fayyalumafi tolaa oluuni mummee qorannoo adda addaa ta’e tureraa. Qorannon akkaa mudhisuti , Kennuuf tolaa oluuuni wallumman gaalattii si’ayinaa fi fayyaa…

Read More