hypersexual disorder Health Psychology Romance 

“hypersexual disorder Bu’aa Hamaa 10 Araada Walqunnamtii Saalaa Beekuu Qabdu”

Araadni saalqunnamtii, jeequmsa saalqunnamtii garmalee jedhamuunis kan beekamu, haala namni dhuunfaa tokko yaada, faantaasii fi amala saalqunnamtii irratti garmalee itti bobba’uudha. Araadni kun bu’aa badaa adda addaa kan fayyaa qaamaa, miiraa fi sammuu nama dhuunfaa, akkasumas hariiroo isaanii fi jireenya dhuunfaa fi ogummaa isaanii irratti dhiibbaa uumuu danda’u fiduu danda’a. Biloogii kana keessatti miidhaa 10 araada saalqunnamtii qabaachuun qabu ni ilaalla. Xumura irratti, araadni saalqunnamtii jireenyaa fi nageenya nama dhuunfaa irratti dhiibbaa guddaa geessisuu danda’a. To’annoo dhabuu, hariiroo irratti dhiibbaa uumuu, rakkoo maallaqaa fiduu, balaa fayyaa fiduu, dhiphina miiraa fiduu,…

Read More
Psychology 

The Happiest Countries: Sadarkaa Biyyootaa Akkaataa Gammachuu Uummata Isaaniitiin

This is the ranks of different countries on happiness of their society. Who do u think is number one? BIYYI ITIYOOPHIYAA MEEQAFFARRA JIRTI JETTANII YAADDUU? Bara kana keessa (2019) Biyyoota Uummanni isaanii “GAMMACHUUDHAAN JORAATAN” Sadarkaadhaan tokkoo haga kudhanii: 1ffaa. Fiinlaand 2ffaa. Denmaark 3ffaa. Noorway 4ffaa. Ayislaand 5ffaa. Niizerlaand 6ffaa. Siwiizerlaand 7ffaa. Siwiidin 8ffaa. Niiwuziyaaland 9ffaa. Kanaadaa 1offaa. Awustiraaliyaa Itiyoophiyaan “134 FFAA” irratti argamti Biyyoota Uummanni isaanii “GAMMACHUU HIN QABNE” kurnan addunyaa keenyaa: Sudaan Kibbaa Rippuubilikii G/G Afrikaa Afigaanistaan Taanzaniyaa Ruwaandaa Yemen Maalaawwii Siiriyaa Boozwaanaa Haiti Madda: CNN Dr. Gurmeessaa Saying…

Read More
Health Psychology Romance 

Quussanaa maatii uummamaa

Quussanaa maatii uummamaa Quussanaa maatii uummamaa keessaa Marsaan Laguu isaa tokkoo haata’u malee ,marsaan laguu fayyadamun offii eeggannoo baayee barbada. Karaa gababaan Quussanaa maatii uummamaa yeroo jennuu maal jechuu kenaa, Gadamessaa kessaattii kalleen ykn buphaan ummamuuf guyyotaa 14 fudhaataa , Garuu buphaan lubbuun jiraachuu kan danda’u guyyoota 3-5ttii haluumma walfakkatuun , spermiinis lubbuudhaan turuu kan danda’u guyyoottaa 5-6ttii. Guyyootaa kanaan allattiii walqunnamtii salaa yoo rawwannee ulfaayuu dhabuu ni dandenaa. Quussanaa maatii uummamaatt ykn marsaa laguuttiit fayyaadamuun carraa ulfaayuu persenti torbatamaan hir’isuu ni dandayaammaa. Hubachisaa: Malaa ittisaa kana bu’aa qabessaa tasisuuf…

Read More
Psychology 

Mallattolee shanani Dubartin si jalatee agarsiftu!!

Mallattolee shanani Dubartin si jalatee agarsiftu!! Al tokko tokkoo dubartin si jalachuu kankee beekuuni bayee nama rakkisa , Haa ta’uu malee malatolleen shanani arman gadi kuni mallatoolee cicimoo , ishin si jalachuu ishi agarsisaa jedhaa , websitin , The art of charm jechamuu. Yeroo hunda amallattollee kana arguni , dhuguma si jalaterti jechuu dhabuu ta’uu danda’a. 1-Wanta ati jetuu hunda irratti hin kofalti , Taphni kanake bayee itti tolaa , Dubartin nama issi kofalchisuu yoo jalatelee , dhirii isin jalatee ammo kofalchisaa jettee yaddii. Kanatifi wanta ati himtuu sirriti kayoo…

Read More
Psychology 

Garaa lafummafi waan qabani kenuni ummuri kenna ni dheereessa jedhaa sayinsini.

Garaa lafummafi waan qabani kenuni ummuri kenna ni dheereessa jedhaa sayinsini. Yeroo namni isini gargartani gammaduu fi yeroo fuulii isani gammachuun ifuu ,yeroo isin galatonfatani , isinile gammachuuni guddani akka isiniti dhagayamuu beekamadhaa. Garuu qorannon ademsifamee tokkoo akka mudhisuuti gammachuu sani qofaa utuu hin tanee , fayyaluman ykn tolaa nama rakkatee oluuni sammuu kennafi fayyaa kenna darbee umurii kenna akka dhereessuu danda’uu irra gahameraa. Waggotaa kurnani darbani kanin kessati fayyalumafi tolaa oluuni mummee qorannoo adda addaa ta’e tureraa. Qorannon akkaa mudhisuti , Kennuuf tolaa oluuuni wallumman gaalattii si’ayinaa fi fayyaa…

Read More
Psychology 

Dhukkuboota jaalalaa

Dhukkuba jaalalaa (waantoota jaalala ykn relation keenya miidhan) 1. Waantoota xixiqqoo waldiduu. Waantoota xixiqqoo yo waldidan yeroo sanaaf salphaa fakkaata. Fakkeenyaaf… “qodaa kana fuudhii achi kaa’i” jechuun waan yoo jenne kun waan salphaa fakkataa …. “lakki” yoo inni tokko jedhe sammuun keenya galmeessaa deema. Dhumarratti gara dubbii ijoo “ati dhimma kiyya hin qabdu” jedhuutti dhufa. 2. Yoo wal lolan wal cufuu. Jaalala keessaatti wal loluu ykn mufachuun waanuma jiru haa ta’u garuu namoonni tokko tokko lola isaanii walitti dubbachuudhaan baafatu. Kuun immoo walcufaniit eenyu akka dura haasofsiisu akka adurreef hantuutaa…

Read More
Psychology Romance 

Gosootaa fi ka’umsa jaalalaa torban. The seven types of love and causes

Jaalalli guyyaa guyyaatti nuti namaaf kenninu yokaan namarraa fudhannu kanneen armaan gadii ofkeessatti qaba. 1. Eros Kun jaalala miiraa walqunnaamtii saalaaf waliin qabaatu yoo ta’u jaalala dhiiraaf dubara gidduu jiraatuudha. 2. Philia Jallalli kun jaalala hiriyyummaa kan waan gaarii waliif yaaduu, wal amanuu, faayidaa walii eeguu fi kkf jecha wal jaallatan jechuudha. Jaalalli hiriyyummaa kun saala hin fo’u. Jaaalli inni tokkoffaa irra jiru (Eros) nama jaalatan “kan ofii” godhachuu irratti hundaa’a. Inni kun garuu waa’ee nama biraa kan ofii godhachuu osoo hin taane, walhubachuuf waliin jiraachuu irratti xiyyeeffata. 3. Storge…

Read More