Psychology 

Mallattolee shanani Dubartin si jalatee agarsiftu!!

Mallattolee shanani Dubartin si jalatee agarsiftu!!

Al tokko tokkoo dubartin si jalachuu kankee beekuuni bayee nama rakkisa , Haa ta’uu malee malatolleen shanani arman gadi kuni mallatoolee cicimoo , ishin si jalachuu ishi agarsisaa jedhaa , websitin , The art of charm jechamuu. Yeroo hunda amallattollee kana arguni , dhuguma si jalaterti jechuu dhabuu ta’uu danda’a.

1-Wanta ati jetuu hunda irratti hin kofalti , Taphni kanake bayee itti tolaa , Dubartin nama issi kofalchisuu yoo jalatelee , dhirii isin jalatee ammo kofalchisaa jettee yaddii. Kanatifi wanta ati himtuu sirriti kayoo dhagetuufi wanta ati himte hunda kayoo qabatuu , si jalachuu ishi shakii

2-Jalalee akka qabduu sutani nama irra yookin si gafatii? Kuni mallato cimmaadha dubartin fedhii kee hin qabne takkaa ati nama jalatu qabate qabachuu batee dhimma ishiti miti ? kan birraa ammo hagaa ammati jalalee hin qabduu fa’aa sin jettii? Kuni maalini ati nama bayee garidhaa jechuu isheetti hanga ammati jalalee qabachuu qabdaa turee.

3-Sababa argamee hunda ijaa kessaa si laltii – namni si hin jalanee tokko maal godhuufi ijjaa kessa si ilallaa, yoo si hasofsisuuf ykn si wajjii turuu yoo barbadee malee. Si wajjin hasayuuf si wajjin taphachuu wantaa feteef ta’aa , kanaf itti sixee dubisuu qabda yoo atile ka jalatetuu.


4-Siti dhiyachuuf si tuquu or qabuu barbadi – dubartin nama hin jalane tokkoo gonkumaa harkaan qabuu hin jalatani . nama tokko yoo hin jalanee ykn jibani jalqaba dubartin harkan tuquu dhabsisuu. Kanafi mallattoon kuni yoo jirate si jalateti jechuu ta’u danda’a.
5-Sochiin qabamaa mallattoo jalallaa mudhiftii fulaan siti debitee hasoofti , ijjaa kessa si lalaa si dhageffattii , sochii qamaa ishi hundi akka si jalatetuu agarsisa , jibansaa gonkummaa hin mudhiftuu .

Kan adhaa asumarati dhabna kan itti anuu irrati wa,ee dhirii yoo intala jalatee tahuu qabanee dhiyanna hagasiti nagayatii .

Hubachisa: mallattoo kaninif kan biroo lalani naa jalatetii jedhani dogongora kessa senuun duraa dubichaa sirriti qorachuufi afaani gafatani murtefachuu barbachisa.

 

Comments

comments

Related posts