hypersexual disorder Health Psychology Romance 

“hypersexual disorder Bu’aa Hamaa 10 Araada Walqunnamtii Saalaa Beekuu Qabdu”

Araadni saalqunnamtii, jeequmsa saalqunnamtii garmalee jedhamuunis kan beekamu, haala namni dhuunfaa tokko yaada, faantaasii fi amala saalqunnamtii irratti garmalee itti bobba’uudha. Araadni kun bu’aa badaa adda addaa kan fayyaa qaamaa, miiraa fi sammuu nama dhuunfaa, akkasumas hariiroo isaanii fi jireenya dhuunfaa fi ogummaa isaanii irratti dhiibbaa uumuu danda’u fiduu danda’a. Biloogii kana keessatti miidhaa 10 araada saalqunnamtii qabaachuun qabu ni ilaalla. Xumura irratti, araadni saalqunnamtii jireenyaa fi nageenya nama dhuunfaa irratti dhiibbaa guddaa geessisuu danda’a. To’annoo dhabuu, hariiroo irratti dhiibbaa uumuu, rakkoo maallaqaa fiduu, balaa fayyaa fiduu, dhiphina miiraa fiduu,…

Read More
Health 

Benefits of Sexual Intercourse: Faayidaa Walqunnaamtii Saalaa Ofeeggannoo Qabuu.

Sexual intercourse in the eye of health sciences have numerous health benefit and should be encouraged. Fayidaa fayyaa walqunnaamtii saalaa! Dandeettii dhukkuba ofirraa ittisuu qaama keenyaa hedduu cimsa. Walqunnaamtii saalaaf fedhii akka qabaannu taasisa. Dandeettii fincaan qabaachuu afuuffee fincaanii dubartootaa ni dabala. Dhiibbaa dhiigaa qaama gadi buusuuf gargaara Sochii qaamaa waan ta’eef fayidaalee sochiin qaamaa agamsiisu nuuf kenna Carraa dhukkuba onnee tasaa gadi buusa. Dhukkuubbii kamiyyuu kan qabnu yoo ta’e akka nutti hin dhaga’amne taasisa Carraa kaanserii xannacha prosteetii dhiiraa hir’isa Hirriba qulqullina qabu akka rafnu taasisa Dhiphina sammuu (stress)…

Read More
Health 

Sexual Dysfunction; Walqunnaamtii Saalaatti Gammaduu Dhabuu Maaltu Fidaa?

Female orgasm dysfunction may be one of major cases of divorce, which may in turn bring so many other complications in a family. What does psychology says about it? What are major reasons behind it? Walqunnaamtii Saalaatti Gammaduu Dadhabuu Dubartootaa. (Female Orgasm Dysfunction) Dubartiin tokko rakkoo armaan olii kana qabdi jechuudhaaf: Walqunnaamtii saalaa abbaa manaa ishee waliin raawwattutti gammachuu kan hin qabnee fi fedhii saala abbaa manaa ishee guutuuf qofa kan raawwattu yoo ta’edha. Rakkoowwan kana kan fidan keessaa muraasni: Rakkoo xiin-sammuu (psychiatric or psycosocial) dudartiin sun qabdu kan akka…

Read More