Health 

Benefits of Sexual Intercourse: Faayidaa Walqunnaamtii Saalaa Ofeeggannoo Qabuu.

Sexual intercourse in the eye of health sciences have numerous health benefit and should be encouraged.
Fayidaa fayyaa walqunnaamtii saalaa!

  1. Dandeettii dhukkuba ofirraa ittisuu qaama keenyaa hedduu cimsa.
  2. Walqunnaamtii saalaaf fedhii akka qabaannu taasisa.
  3. Dandeettii fincaan qabaachuu afuuffee fincaanii dubartootaa ni dabala.
  4. Dhiibbaa dhiigaa qaama gadi buusuuf gargaara
  5. Sochii qaamaa waan ta’eef fayidaalee sochiin qaamaa agamsiisu nuuf kenna
  6. Carraa dhukkuba onnee tasaa gadi buusa.
  7. Dhukkuubbii kamiyyuu kan qabnu yoo ta’e akka nutti hin dhaga’amne taasisa
  8. Carraa kaanserii xannacha prosteetii dhiiraa hir’isa
  9. Hirriba qulqullina qabu akka rafnu taasisa
  10. Dhiphina sammuu (stress) nurraa ittisa.
    Dr. Gurmessa (Source WebMed)
    But any sexual intercourse should be performed in safe way so that no body contracts sexually transmitted diseases.

Comments

comments

Related posts