Dhala dhabuu (infertility)

Eega gaa’ela godhatanii booda yoo dhala dhaban abbaa manaamoo haadha manaatu mana yaalaa deemee qoratamuu qabaa? “Dhala dhabuu” jechuun maal jechuudhaa? Dhala dhabuu ykn “infertility” kan jedhamu rakkoo nama tokko akka dhuunfaatti muudatu osoo hin taane rakkoo nama lamaa “haadha manaa fi abbaa manaa” mudatudha. Maatiin (haati manaaf abbaan manaa) tokko dhala dhaban kan jedhamu: yoo haati maanaaf abbaan manaa wagga tokkoof (ji’oota kudha lamaaf) waliin jiraatanii walqunnaamtii saalaa haalaan (torbanitti al sadii fi isaa ol) osoo mala ittisa da’umsaa kamiyyuu hin fayyadamiin taasisanii dhala argachuu dhabanidha. Namoota addunyaa kanarra…

Read More