Psychology 

The Happiest Countries: Sadarkaa Biyyootaa Akkaataa Gammachuu Uummata Isaaniitiin

This is the ranks of different countries on happiness of their society. Who do u think is number one?
BIYYI ITIYOOPHIYAA MEEQAFFARRA JIRTI JETTANII YAADDUU?
Bara kana keessa (2019) Biyyoota Uummanni isaanii “GAMMACHUUDHAAN JORAATAN” Sadarkaadhaan tokkoo haga kudhanii:
1ffaa. Fiinlaand
2ffaa. Denmaark
3ffaa. Noorway
4ffaa. Ayislaand
5ffaa. Niizerlaand
6ffaa. Siwiizerlaand
7ffaa. Siwiidin
8ffaa. Niiwuziyaaland
9ffaa. Kanaadaa
1offaa. Awustiraaliyaa
Itiyoophiyaan “134 FFAA” irratti argamti
Biyyoota Uummanni isaanii “GAMMACHUU HIN QABNE” kurnan addunyaa keenyaa:

  1. Sudaan Kibbaa
  2. Rippuubilikii G/G Afrikaa
  3. Afigaanistaan
  4. Taanzaniyaa
  5. Ruwaandaa
  6. Yemen
  7. Maalaawwii
  8. Siiriyaa
  9. Boozwaanaa
  10. Haiti
    Madda: CNN
    Dr. Gurmeessaa
    Saying this, we wish our country to be little happier than this!

Comments

comments

Related posts