hypersexual disorder Health Psychology Romance 

“hypersexual disorder Bu’aa Hamaa 10 Araada Walqunnamtii Saalaa Beekuu Qabdu”

Araadni saalqunnamtii, jeequmsa saalqunnamtii garmalee jedhamuunis kan beekamu, haala namni dhuunfaa tokko yaada, faantaasii fi amala saalqunnamtii irratti garmalee itti bobba’uudha. Araadni kun bu’aa badaa adda addaa kan fayyaa qaamaa, miiraa fi sammuu nama dhuunfaa, akkasumas hariiroo isaanii fi jireenya dhuunfaa fi ogummaa isaanii irratti dhiibbaa uumuu danda’u fiduu danda’a. Biloogii kana keessatti miidhaa 10 araada saalqunnamtii qabaachuun qabu ni ilaalla. Xumura irratti, araadni saalqunnamtii jireenyaa fi nageenya nama dhuunfaa irratti dhiibbaa guddaa geessisuu danda’a. To’annoo dhabuu, hariiroo irratti dhiibbaa uumuu, rakkoo maallaqaa fiduu, balaa fayyaa fiduu, dhiphina miiraa fiduu,…

Read More
Autonomous humanoid Technology 

Artificial Intelligence (AI)  Dhala Namaaf Balaa Jireenyaa Ta’aa Jiraa?

Artificial Intelligence (AI) yeroo dheeraaf mata duree marii ta’ee kan ture yoo ta’u, ogeeyyiin hedduun industirii adda addaa, eegumsa fayyaa irraa kaasee hanga geejjibaatti warraaqsa fiduu akka danda’u tilmaamaniiru. Haa ta’u malee, AIn guddina itti fufee waan jiruuf, yaaddoon balaa inni mudachuu danda’us dabalaa jira. Sababoonni AI balaa ta’uu danda’u tokko tokko kunooti: Xumura irratti, AI teeknooloojii humna guddaa fi jijjiirama fidu ta’uuf dandeettii qaba, garuu balaa guddaa qaba. Qopheessitoonni, warri imaammata baasan, fi ummanni balaawwan kana beekuu fi AI itti gaafatamummaadhaan akka qophaa’ee fi itti fayyadamuuf waliin hojjechuun barbaachisaa…

Read More
Health 

PREMATURE EJACULATION, DHIBEE WALQUNNAAMTII SAALAA DAFANII XUMURUU

Premature ejaculation is major problem, and has many psychological outcomes. Dhibee Walqunnamtii Saalaa Dafanii Xumuruu (Premature Ejaculation) Namoonni HAADHA MANAA isaanii waliin walqunnamtii saalaa jalqabuuf utuu jedhanii, utuu qunnaamtii hin godhiin jalaa qaamni kormaa dhangala’u ykn eegalanii daqiiqaa 1 gaditti xumuran rakkoo kana qabu jedhamee yaadama. Waanti kun takkaa yoo nama qabate waan nama hin gadhiifne yokaan nama waliin hafu miti. Waqxii tokkoof nama mudatee baduus danda’a, namoota tokko tokkorrammoo turuu danda’a. Dhibee kana kan fidu kana jedhamee quba itti qabamee adda baafamuu baatus kanneen armaan gadii waliin ta’anii harka…

Read More
Health 

Sexual Dysfunction; Walqunnaamtii Saalaatti Gammaduu Dhabuu Maaltu Fidaa?

Female orgasm dysfunction may be one of major cases of divorce, which may in turn bring so many other complications in a family. What does psychology says about it? What are major reasons behind it? Walqunnaamtii Saalaatti Gammaduu Dadhabuu Dubartootaa. (Female Orgasm Dysfunction) Dubartiin tokko rakkoo armaan olii kana qabdi jechuudhaaf: Walqunnaamtii saalaa abbaa manaa ishee waliin raawwattutti gammachuu kan hin qabnee fi fedhii saala abbaa manaa ishee guutuuf qofa kan raawwattu yoo ta’edha. Rakkoowwan kana kan fidan keessaa muraasni: Rakkoo xiin-sammuu (psychiatric or psycosocial) dudartiin sun qabdu kan akka…

Read More
Health 

Erectile dysfunction ; Ka’uu dadhabuu qaama saalaa dhiiraa.

ERECTILE DYSFUNCTION Erectile dysfunction is defferent from loss of libido and premature ejaculation. Erectile dysfunction is problem of male sex organ (penis), that doesn’t erect and helps in performing sexual intercourse. DHIBEE KA’UU DADHABUU QAAMA SAALAA DHIIRAA Qaamni saalaa dhiiraa kan dhaabbatu (erection) yoo hormooniin sammuu keessaa gadi lakkifamee ujummoolee dhiigaa qaama saalaa dhiiraa keessatti argaman dhiigaan guutuudhaan dhiibbaa (pressure) uumudha. Haalli kamillee kan kana dangeessu, qaamni saalaa dhiiraa dhaabbatee walqunnaamtii akka hin raawwanne dhorka, osoo fedhii qabuu jechuudha. Yoo fedhii hin qabaanne garuu inni kan biraati malee dhukkuba kanaan…

Read More