gold price all time high Politics Technology 

Gilded Heights: Gold Prices Hit Unprecedented Highs Fueled by Rate Cut Buzz and Dollar’s Dip

Gold prices soared to an unprecedented peak on Monday, driven by mounting anticipation of forthcoming interest rate reductions, a weakened dollar, and escalating geopolitical tensions. The value of the precious metal surged by up to 3% during Monday’s trading session, reaching $2,135 per ounce, surpassing the prior record of $2,072 set in August 2020. However, prices retreated later in the day, settling at $2,023 by 11:57 a.m. ET. In recent weeks, investor confidence has grown, speculating that the US Federal Reserve, having effectively curbed inflation through assertive interest rate hikes,…

Read More
Autonomous humanoid Technology 

Artificial Intelligence (AI)  Dhala Namaaf Balaa Jireenyaa Ta’aa Jiraa?

Artificial Intelligence (AI) yeroo dheeraaf mata duree marii ta’ee kan ture yoo ta’u, ogeeyyiin hedduun industirii adda addaa, eegumsa fayyaa irraa kaasee hanga geejjibaatti warraaqsa fiduu akka danda’u tilmaamaniiru. Haa ta’u malee, AIn guddina itti fufee waan jiruuf, yaaddoon balaa inni mudachuu danda’us dabalaa jira. Sababoonni AI balaa ta’uu danda’u tokko tokko kunooti: Xumura irratti, AI teeknooloojii humna guddaa fi jijjiirama fidu ta’uuf dandeettii qaba, garuu balaa guddaa qaba. Qopheessitoonni, warri imaammata baasan, fi ummanni balaawwan kana beekuu fi AI itti gaafatamummaadhaan akka qophaa’ee fi itti fayyadamuuf waliin hojjechuun barbaachisaa…

Read More
Technology 

Do you what to be a hacker? Hacker ta’uu barbaaddaa? hacker maal akka ta’e barachuudhaan jalqabi.

Hacker ta’uu barbaaddaa? hacker maal akka ta’e barachuudhaan jalqabi. Hacker naamusa qabu maali? Hacker naamusa qabu, hacker qoobii adii jedhamuunis kan waamamu, ogeessa nageenya odeeffannoo (infosec) kan sirna kompiitaraa, networkii, application ykn qabeenya kompiitaraa biroo abbootii qabeenyaa isaa bakka bu’ee seenudha — fi hayyama isaaniitiin. Dhaabbileen haakeroonni naamusa qaban hanqina nageenyaa hackeroonni hamaan itti fayyadamuu danda’an akka saaxilan gaafatu. Kaayyoon hacking naamusaa nageenya sirna irratti xiyyeeffate, networkii ykn bu’uuraalee sirnaa keessatti mul’atu madaaluu fi saaxilamummaa adda baasuudha. Adeemsi kun hayyama malee qaqqabummaa ykn hojiiwwan hamaa biroo ta’uu fi dhiisuu isaanii…

Read More
Health Technology 

RED EYE: MAALTU IJA KEENYA DIIMESSUU DANDA’AA?

What disease or environmental exposures can make colour of our eyes reddish? Here are some! Diimachuu Ijaa (Red Eye ) Iji keenyaa maaliif yeroo tokko diimataa? Iji keenyaa yoo rukkutame, yoo alkoolii baay’isnee dhugne boor ganama isaa fi kkf diimachuu mala. Kun waan namni hunduu beekudha. Kanaan ala waantota akkamiitu diimachuu ijaa fidaa? Alarjii: Kun yoo iji keenya waantoota isaan mudatan akka awwaara, Aara, harcaa abaaboo garagaraa, dibata biifamuu fi kkf lolanii diimatan jechuudha. Diimachuutti dabalee kessuumaa mallattoo akka hooksisuu, gubuu fi boo’uu yoo qabaate sababa alarjii ta’uu mala. Gogiinsa…

Read More
Health Technology 

HOW TO PROTECT OUR EYES: IJA KEENYA AKKAMIIN EEGGANNAA?

To protect our eyes well from different kind of rays out of mobile and computers what shall we do? Here are some. Koompuuterri fi Moobayiliin Ija keessan akka hin hubne: Sadarkaa ifaa (brightness) koompuutera keessanii akka inni ifa naannoo keessa jirtanii waliin walfakkaatutti adjust godhadhaa. Fakkeenyaaf screen computeera keessanii fuula keessanitti akka madda ifaatti ifa baasaa jira taanaan ol ka’aadha jechuudha. Isin jalaa dimimissaa’ee jennaanis rakkoodha. kanaaf ifa naannoo keessanii waliin walfakkeessaa. Yeroo baay’ee yoo yeroo dheeraaf kan barreessitan ta’e halluun backgroun barreeffama keessanii adii, halluun barreefama keessanii ammoo gurraacha…

Read More
Politics Technology 

Jaalalaaf fi Fayyaa (Health and love)

Faayidaa jaalalli fayyaa keenyaaf qabu. 1. Sababa dhukkubaatiin mana yaalaa amma ammaa deemuu namarraa hir’isa. 2. Dhukkuboota sammuu kan garmalee gadduu (depression) jedhamu namarraa eega. 3. Dhiibbaa dhiigaa gadi buusuuf ni fayyada 4. Qorichoota sammuu namaa adoochan irraa nama eega. 5. Dhukkubbii qaamaa gara garaa irraa nu eega. Gammachuudhaan jiraachuuf 7. Umurii dheeraa akka jiraatan gargaaruuf

Read More
Technology 

Facebook kessani enyuutu lale? Beku barbaduu?

Internet fast yoo qabatani vidio dhuma fule kana irra jiru fayyadamu ni dandetu. Jalqaba gara home page ykn gara walli kena dhaqna , akkuma suraa irrati mudhatuu , idoo haluu Cuqulisani mudhate ykn eddo bifaa (gray) qabu irrati ( right click ) godhudhan , Source code kan jedhuu filana sana boda source codin facebooki nuuf banama akkuma sura arman gadi irrati mudhatuti        2. Erga fuli gubba irrati mudhatu kuni nuuf dhufee booda (Ctr +F) keybordi kena irrati tuqudhani , fuli interneta sura arman gadii yoo nuuf dhufee…

Read More