Health Technology 

RED EYE: MAALTU IJA KEENYA DIIMESSUU DANDA’AA?

What disease or environmental exposures can make colour of our eyes reddish? Here are some! Diimachuu Ijaa (Red Eye ) Iji keenyaa maaliif yeroo tokko diimataa? Iji keenyaa yoo rukkutame, yoo alkoolii baay’isnee dhugne boor ganama isaa fi kkf diimachuu mala. Kun waan namni hunduu beekudha. Kanaan ala waantota akkamiitu diimachuu ijaa fidaa? Alarjii: Kun yoo iji keenya waantoota isaan mudatan akka awwaara, Aara, harcaa abaaboo garagaraa, dibata biifamuu fi kkf lolanii diimatan jechuudha. Diimachuutti dabalee kessuumaa mallattoo akka hooksisuu, gubuu fi boo’uu yoo qabaate sababa alarjii ta’uu mala. Gogiinsa…

Read More
Health 

HOW TO REMOVE ACNE: FINNISA AKKAMIIN BALLEESSUU DANDEENYAA?

Acne may be not life threatening or attention seeking unless there is super infection is there. But it could be disfiguring and tiresome. FINNISA (ACNE) AKKAMIN OFIRRAA ITTISUU DANDEENYAA? Rakkoon kun kan uumamu yoo xannachi gogaa sabaceous gland jedhamu kan dhangala’aa akka zayitaa sebum jedhamu kan gogaa keenya akka hin gogne eeguuf gargaaru oomishu haga isarraa eegamuu ol dalagu (overactive) dha. Akkamiin ifirraa ittisuu dandeenyaa? Nyaata zayita qaban erga nyaannee booda fuula keenya qaqqabuu dhiisuu qabna. Dibata fuulaa (make up) hir’isuun baay’ee gargaara. Dibata baareedinaa (make up) yoo dibannu kan…

Read More
Health 

DIBATA UUMAMAAN BAREEDINAA EEGGACHUUN AKKAMIIN DANDA’AMAA?

DIBATA UUMAMAA QULQULLINAA FI BAREEDINA FUULAAF! *Dibata uumamaa qulqullinaa fi bareedina gogaa fuula keenyaa ittiin eeggannu maloota garaagaraan mana keenyatti qopheeffachuu dandeenya. Maloota kanneen keessaa salphaafi yeroo kan hin fudhanne isiniin dhiyeessa. MALA 1ffaa: *Wantoota barbachisan: avokaadoo tokkoo fi damma fal’aana tokko 1.Avokaadoo sana gogaa fi ija isaa erga irraa baastee gattee booda sirriitti bulleessi . 2.Damma fal’aana tokko( 5ml) itti dabalii sirriitti waliin maki( hanga inni bifa tokko qabaatutti) 3.Fuulakee bishaan xiqqo ho’eetiin dura dhiqadhu 4.Huccuu qulqulluudhaan fuulakee gogsi 5.Makaa qoheeffatte sana haphisii fuulakee waliin gahii dibi 6.Daqiiqaa 15f…

Read More