Technology 

Facebook kessani enyuutu lale? Beku barbaduu?


Internet fast yoo qabatani vidio dhuma fule kana irra jiru fayyadamu ni dandetu.

  1. Jalqaba gara home page ykn gara walli kena dhaqna , akkuma suraa irrati mudhatuu , idoo haluu Cuqulisani mudhate ykn eddo bifaa (gray) qabu irrati ( right click ) godhudhan , Source code kan jedhuu filana sana boda source codin facebooki nuuf banama akkuma sura arman gadi irrati mudhatuti save 1

 

 

 

save 2

2. Erga fuli gubba irrati mudhatu kuni nuuf dhufee booda (Ctr +F) keybordi kena irrati tuqudhani , fuli interneta sura arman gadii yoo nuuf dhufee boda , ido tino harkan mirgaa gubba irrati argamtuti (initialchatfriendslist) kan baressuni enter yeroo tuqnu.

save 3

 

 

 

 

save 4

 

 

 

 

 

 

 

save 5

3. Lakkofsa nuti mudhatani kanin kessa warra jalqaba irra jiruu copy godhu.

save 6

 

4.Idoo www.facebook.com/______________ Galchudhani enter yoo gonne nama facebook profile kenaa lale argachuu hin dandenyaa

save 8

5. lakkofsa dhuma irra jirtu fakkenyaa -2 hin fudhatina , lakkofsa sirrit copy godhuu kessani lala , Yoo itti gammadani like godhudhani gargarsa nuuf godha Galatoma

save 7

6. yoo sirriti hin galchi fuli  kuni isiniti mudhataa.

save 9

Gamma hundanuu samuu kenna ha guddifnuu.

Feyisa Berisa

Comments

comments

Related posts