Politics Technology 

Jaalalaaf fi Fayyaa (Health and love)

Faayidaa jaalalli fayyaa keenyaaf qabu.
1. Sababa dhukkubaatiin mana yaalaa amma ammaa deemuu namarraa hir’isa. 2. Dhukkuboota sammuu kan garmalee gadduu (depression) jedhamu namarraa eega.
3. Dhiibbaa dhiigaa gadi buusuuf ni fayyada
4. Qorichoota sammuu namaa adoochan irraa nama eega.
5. Dhukkubbii qaamaa gara garaa irraa nu eega.
Gammachuudhaan jiraachuuf
7. Umurii dheeraa akka jiraatan gargaaruuf

Comments

comments

Related posts