Health 

Sexual Dysfunction; Walqunnaamtii Saalaatti Gammaduu Dhabuu Maaltu Fidaa?

Female orgasm dysfunction may be one of major cases of divorce, which may in turn bring so many other complications in a family. What does psychology says about it? What are major reasons behind it? Walqunnaamtii Saalaatti Gammaduu Dadhabuu Dubartootaa. (Female Orgasm Dysfunction) Dubartiin tokko rakkoo armaan olii kana qabdi jechuudhaaf: Walqunnaamtii saalaa abbaa manaa ishee waliin raawwattutti gammachuu kan hin qabnee fi fedhii saala abbaa manaa ishee guutuuf qofa kan raawwattu yoo ta’edha. Rakkoowwan kana kan fidan keessaa muraasni: Rakkoo xiin-sammuu (psychiatric or psycosocial) dudartiin sun qabdu kan akka…

Read More
Health 

Erectile dysfunction ; Ka’uu dadhabuu qaama saalaa dhiiraa.

ERECTILE DYSFUNCTION Erectile dysfunction is defferent from loss of libido and premature ejaculation. Erectile dysfunction is problem of male sex organ (penis), that doesn’t erect and helps in performing sexual intercourse. DHIBEE KA’UU DADHABUU QAAMA SAALAA DHIIRAA Qaamni saalaa dhiiraa kan dhaabbatu (erection) yoo hormooniin sammuu keessaa gadi lakkifamee ujummoolee dhiigaa qaama saalaa dhiiraa keessatti argaman dhiigaan guutuudhaan dhiibbaa (pressure) uumudha. Haalli kamillee kan kana dangeessu, qaamni saalaa dhiiraa dhaabbatee walqunnaamtii akka hin raawwanne dhorka, osoo fedhii qabuu jechuudha. Yoo fedhii hin qabaanne garuu inni kan biraati malee dhukkuba kanaan…

Read More
Health 

AKKAATAA KAMIIN ILKAAN KEENYA RIGACHUU QABNAA??

ILKAAN KEENYA AKKAMITTIIN RIGANNA LAATA? Malli/Seerri rigannaa ilkaaanii akkaataa mataa isaa danda’e qaba. Kunis, irgi ilkaanii keenya akka hin hubamneef akkasumas, qulqullina ilkaan keenyaa sirriitti akka eegamuuf kan nu gargaarudha. Guyyaa tokko keessattis si’a lama (2) ilkaan keenya qulqulleessuun barbaachisaadha. Kanaaf, ilkaan keenya gaafa rigannu kan armaan gadii kana hordofuun faayidaa nii qabaata. Nyaata nyaannee erga xumurree booda, ilkaan gidduutti wantoota hafan ilkaan gidduudhaa baasuu (fkn Haanxaa qulqullina qabu fayyadamuun). Rigaa ilkaanii kan mukarraa qophaa’us ta’e kan ammayyaa ‘brush’ fayyadamuun ilkaan keenya rigachuu. Gaafa rigannus, ilkaan gara olii jiran irra…

Read More