“Akka Ogeeyyiin Xiin-sammuu jedhanitti Bilchinii Sammuu gosa afur qaba:

“Akka Ogeeyyiin Xiin-sammuu jedhanitti Bilchinii Sammuu gosa afur qaba: 1) Bilchina sammuu Hubannoo(Intelligence Quotient (IQ)) 2) Bilchina sammuu Miiraa (Emotional Quotient (EQ)) 3) Bilchina sammuu Hawaasummaa (Social Quotient (SQ)) 4) Bilchina sammuu Rakkoo (Adversity Quotient (AQ)) 1. Bilchina sammuu Hubannoo (IQ): kun safartuu sadarkaa hubannoo keetii ti. Herrega furuuf, wantoota sammuutti qabachuuf, fi barnoota yaadachuuf IQ si barbaachisa. 2. Bilchina sammuu Miiraa (EQ): kun safartuu dandeettii namoota biroo wajjin nagaa eeguu, yeroo eeguu, itti gaafatamummaa qabaachuu, amanamaa ta’uu, daangaa kabajuu, gad of qabuu, dhugaa fi namaaf yaadu ta’uudha. 3. Bilchina…

Read More