HOW TO REDUCE WEIGHTS: ULFAATINA QAAMAA AKKAMIIN HIR’ISUU DANDEENYAA?
Decreasing weight saves us from so many chronic diseases. It can avoid hypertension, diabetes and heart failure.
ULFAATINA QAAMAA/FURDINA/ HUMNAA OLII AKKAMIIN HIR’ISNAA?
- Bishaan dhuguudhaan. Ganama akkuma hirribaa kaaneen bishaan yoo danda’ame loomii itti naqnee dhuguu qabna. Kana qofaan hin dhiifamu; nyaata nyaannu hundumaa waliin bishaan ga’aa sirriitti dhuguu qabna.
- Shayii (keessumaa shayii magariisa ykn green tea) sirriitti dhuguun ni gargaara.
- Nyaata sa’aa 1:00 boodaa (galgala) irraa of qusachuu qabna.
- Nyaata miyaa’aa ta’an akka kuukisii, chiipsii, keekii mimi’aawoo irraa of qusachuu.
- Nyaata kuduraaf muduraa sirriitti nyaachuu
qabna. - Nyaata zayitaa isa fayya qabeessa akka olive oil, fish oil fi kkf soorachuu
- Hirribaa ga’aa sa’aa saddeet argachuu
qabna - Torbanitti guyyaa sadii yokaan afur sochii qaamaa daqiiqaa 30 haga sa’aa tokkoo ta’u taasisuu.
- Waantoota sammuuun nu dhiphisan irraa of fageessuu
- Buna osoo sukkaara ykn mi’eessituu itti hin dabaliin dhuguu.
Galatoomaa.
There are also medication given at hospital to reduce weights and we can try them.