Ofqorachiisuu

Osoo hin dhukkubsatiin yokaan mallattoo dhukkuba kami ofirratti hin argiin mana yaalaa deemanii of qorachiisuun dhukkuboota akkamii irraa nu baraaruu danda’aa? Hagamis barb aachisaadhaa? Ilaalchi osoo hin dhukkubsatiin yaalamuu jedhu biyya keenya keessatti yeroo hedduu kan baratamaa hin taanee dha. Namoonni yeroo hedduu kan of qorachiisan yoo haalonni gargaraa isana dirqisiisan akka qacarrii hojiiwwan gargaraa, gara biyyoota biraa deemuu fi kkf yoo isaan mudatedha. Haa ta’u malee dhukkuboonni addunyaa kana irraa lubbuu namaa duguuguudhaan sadarka ol’aanaa qabatanii jiran akka dhiibbaa dhiigaa, dhukkuba sukkaaraa, istirookii, dhukkuba onnee baay’inaan osoo mallattoo hin…

Read More