Politics 

Yakka nama rifachiisu Mucaa Sanduuqa keessa jiru teeknooloojii daataa jiruu irra fuula nama deebiisanii ijaaruun yakka furuuf gargaaru. Face reconstruction technology.

Yakka nama rifachiisu Mucaa Sanduuqa keessa jiru fi  teeknooloojii daataa jiruu irra fuula nama deebiisanii ijaaruun yakka furuuf gargaaru. Yakka nama rifachiisu Mucaa Sanduuqa keessa jiru fi  teeknooloojii daataa jiruu irra fuula nama deebiisanii ijaaruun yakka furuuf gargaaru. Fulbaana 1957tti barataan kolleejjii tokko bosona Filadelfiyaa keessatti reeffa mucaa xiqqaa tokkoo argee argannoo isaa isa suukaneessaa poolisiitti hime. Mucaan kun akka malee reebamee saanduqa dulloomaa keessa ciifamee argame. Eenyummaan isaa hin beekamu ture. Namoonni hedduun odeeffannoo dhimmichaan walqabatu qabatanii kan dhiyaatan yoo ta’u, poolisiin garuu ragaa nama kamiyyuu mirkaneessuu hin dandeenye.…

Read More
Technology 

Do you what to be a hacker? Hacker ta’uu barbaaddaa? hacker maal akka ta’e barachuudhaan jalqabi.

Hacker ta’uu barbaaddaa? hacker maal akka ta’e barachuudhaan jalqabi. Hacker naamusa qabu maali? Hacker naamusa qabu, hacker qoobii adii jedhamuunis kan waamamu, ogeessa nageenya odeeffannoo (infosec) kan sirna kompiitaraa, networkii, application ykn qabeenya kompiitaraa biroo abbootii qabeenyaa isaa bakka bu’ee seenudha — fi hayyama isaaniitiin. Dhaabbileen haakeroonni naamusa qaban hanqina nageenyaa hackeroonni hamaan itti fayyadamuu danda’an akka saaxilan gaafatu. Kaayyoon hacking naamusaa nageenya sirna irratti xiyyeeffate, networkii ykn bu’uuraalee sirnaa keessatti mul’atu madaaluu fi saaxilamummaa adda baasuudha. Adeemsi kun hayyama malee qaqqabummaa ykn hojiiwwan hamaa biroo ta’uu fi dhiisuu isaanii…

Read More
Politics 

Biyya guddatte kan akka Ameerikaa, Kanaadaa Awurooppaa, fi Awustiraaliyaa keessa jiraachuu fi hojjechuu barbaaddaa, yoo fedhii qabaattan STEM(Science, Technology, Engineering, and Math) barachuun filannoo qaroo ta’uu danda’a

Biyya guddatte kan akka Ameerikaa, Kanaadaa Awurooppaa, fi Awustiraaliyaa keessa jiraachuu fi hojjechuu barbaaddaa, yoo fedhii qabaattan STEM(Science, Technology, Engineering, and Math) barachuun filannoo qaroo ta’uu danda’a STEM (Saayinsii, teeknooloojii, injinariingii, fi herrega) . STEM jechuun maali? STEM sagantaa barnootaa barattoota sadarkaa tokkoffaa fi lammaffaa kolleejjii, barnoota digrii lammaffaa fi hojii damee saayinsii, teeknooloojii, injinariingii fi herrega (STEM) irratti qopheessuuf qophaa’eedha. STEM barumsa gosa barnootaa adda ta’een alatti sammuu gaaffii, sababeeffannaa loojikii fi dandeettii walta’iinsaa guddisuuf kan akeekedha. Galmi sagantaalee STEM dhiyeessii hojjettoota teeknooloojii olaanaa gahumsa qaban Itoophiyaa. keessatti guddisuu,…

Read More
successful life Politics 

How to Set Goals and Achieve Them: Qabxilee 10 Kayyoo Tolfachuuf , Kayyoo tolfatan galmaa Gessuu nu gargaraan.

How to Set Goals and Achieve Them: Qabxilee 10 Kayyoo Tolfachuuf , Kayyoo tolfatan galmaa Gessuu nu gargaraan. Yeroo bayee karoraa bafanee Galama Gayuuf bayee nama rakkisaa , yeroo dheeraaf  karoorfanee galmaa gayuu dhabuu kennaa irraa kana ka’e bayeen kenaa sadarkaa abdi kutachuu irraa genyeeraa Hata’uu malee karaa malaa sayinsawaa ta’een Kayyoo tolfachuuf galmaa gayuun ni dandayamaa! Akkaa qoranoo ‘Statistic Brain’  godhameetin persentin 92% utuu kayyoo bafatani galmaan hin gayiin waggaan(year) suni irrattii dhumataa. Sani qofaa utuu hin tanee waronii karoraa bafataa Torbanuumaa jalqabaa irraattii akkaa abdi kutaan Qorananin kuni…

Read More
couples insurrance service Politics 

Qabxiillee 10 Dubartii Gamachisuuf Nuu gargaaran(Ten Sure Ways to Make a Woman Happy)

Dubartii jalatuu akkaa isheen wantaa ati barbaduu hundaa siif tatuu yoo barbadee qabxilee kanin sirritti dubisii.Otoo dubartooni ‘operating manual’ halaa isaani ittiin gamachisaan utuu barreffatani silaa, Amalaa fi wantotaa warrotaa dhiraa irrattii dalaganii irrattii hunda’inaa qabachuun isaa amanamaadha Durbartoota hiriiyaa qabanii dhiibbantamatii lakka’amani wantotaa dhiraa irraa isaani gamachisaani Gafaneeraa akkaa armaan Gadititii dhiyaataa. Otuu danda’ame dubartini fi warrii dhiraa akkaa ittii wal gamaachisanin sirritti beekanii wantaa bayee Gaarii ture  Qabxiillee 10 Dubartii Gamachisuuf Nuu gargaaran Dubartii Dhirii offittii Amanamumaa(confidence) qabuu bayee Gamachiisaani , Hata’uu malee yeroo hundaa offittii Amanamuumaa(confidence) qabachuun…

Read More
Politics 

Abdominal aortic aneurysm(Garachaa kessaattii Dhiitahuu Hiddaa Dhigaa Guddichaa(Aorta))

Mallattoo (Symptoms) Abdominal aortic aneurysm yeroo bayee mallatoo tokkoolee utuu hin argarsifnee  sutaan  wanta guddaatuuf , beekuuf bayee nama rakkisaa. Bayinaan xiqqoo ta’ee jalqabee xiqoo ta’ee yeroo hafuu Gamaa birrattiin Namotaa biroo irraattii sutaan ykn hatataamaniis guddachuu hin danda’aa. Walumaa Galatii Mallattolleen dhibichaa kan armaan Gadiitii Dhukkuubi Garaa ykn cinachaa irraa Dhukkubaa Dugdaa Dhayataa akkaa onnee Garachaa kennaa (Abdomen) nutii dhagayaamuu ni malaa Kessatuu dhukkubaa yeroo gababaa kessatti isini jalqabee yoo isinitii jabatee Gargarsaa Yaala argachuu guddisee barbachisaa. Dhibee kunii Maal irraa dhifaa Hardening of the arteries (atherosclerosis). Ujjummoo dhigaa…

Read More
Health 

Koroonaa Vaayirasii Kan Bara 2003

Is Corona virus new or it has been there before? GURAANDHALA, BARA 2003 G.CGuraandhala bara 2003 G.C ture, Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa (WHO) biyya Chaayinaa lafa Guangdong jedhamutti namootni 300 ta’an dhukkuba sirna hargansuu hubuudhaan saffisaan dadhabsiisuun qabamuudhaan, namooni 5 du’uu mirkaneeffate. Baruma sana ji’a itti aanu keessa dhukkubni walfakkaatu, Hong Kong, Vietnam, Singapore fi Canada keessatti argame. Dhuma Adoolessa bara 2003 akka addunyaatti dhukkubni kun namoota 8096 hubuudhaan kanneen keessaa 774 lubbuu galaafate. Kana jechuun carraan namoota qabate lubbuu dabarsuu dhukkuba sanaa bara sanatti dhibbeentaa 9.6 (9.6%) ture jechuudha. Addunyaanis…

Read More
Health 

Dhala dhabuu (infertility)

Eega gaa’ela godhatanii booda yoo dhala dhaban abbaa manaamoo haadha manaatu mana yaalaa deemee qoratamuu qabaa? “Dhala dhabuu” jechuun maal jechuudhaa? Dhala dhabuu ykn “infertility” kan jedhamu rakkoo nama tokko akka dhuunfaatti muudatu osoo hin taane rakkoo nama lamaa “haadha manaa fi abbaa manaa” mudatudha. Maatiin (haati manaaf abbaan manaa) tokko dhala dhaban kan jedhamu: yoo haati maanaaf abbaan manaa wagga tokkoof (ji’oota kudha lamaaf) waliin jiraatanii walqunnaamtii saalaa haalaan (torbanitti al sadii fi isaa ol) osoo mala ittisa da’umsaa kamiyyuu hin fayyadamiin taasisanii dhala argachuu dhabanidha. Namoota addunyaa kanarra…

Read More
Health 

Ofqorachiisuu

Osoo hin dhukkubsatiin yokaan mallattoo dhukkuba kami ofirratti hin argiin mana yaalaa deemanii of qorachiisuun dhukkuboota akkamii irraa nu baraaruu danda’aa? Hagamis barb aachisaadhaa? Ilaalchi osoo hin dhukkubsatiin yaalamuu jedhu biyya keenya keessatti yeroo hedduu kan baratamaa hin taanee dha. Namoonni yeroo hedduu kan of qorachiisan yoo haalonni gargaraa isana dirqisiisan akka qacarrii hojiiwwan gargaraa, gara biyyoota biraa deemuu fi kkf yoo isaan mudatedha. Haa ta’u malee dhukkuboonni addunyaa kana irraa lubbuu namaa duguuguudhaan sadarka ol’aanaa qabatanii jiran akka dhiibbaa dhiigaa, dhukkuba sukkaaraa, istirookii, dhukkuba onnee baay’inaan osoo mallattoo hin…

Read More
Health 

QORICHA – SUMMIILEE FAAYIDAA QABAN

Summiilee Faayidaa Qaban Namni yoo dhukkubsatee mana yaalaa deemu, qoratamee dhukkuba isaa addaan baafatee beekee, yoo kan qoricha qabu ta’e qorichaa isaa fudhatee fooyya’uuf, yoo danda’ame ammoo fayyuuf dha. Kana jechuun namni tokko yoo mana yaalaa deemuu dhukkuba isaa haakiima isa yaaluuf taa’etti himachuu, qorannoo dhiigaa, yokaan kan fincaanii, yokaan ammoo raajii ka’uu fi kkf keessaa kan darbu yoo ta’eyyuu galmi isaa inni guddaan qoricha dhukkuba isaaf ta’u argachuuf dha. Yeroo tokko tokko hawaasa keessatti kan arginu, sadarkaa mana yaalaa deemuu fi qoratamuu irra utaaluudhaan akkanumaan dhukkubsatanii qoricha fudhachuun ni…

Read More