couples insurrance servicePolitics 

Qabxiillee 10 Dubartii Gamachisuuf Nuu gargaaran(Ten Sure Ways to Make a Woman Happy)

Dubartii jalatuu akkaa isheen wantaa ati barbaduu hundaa siif tatuu yoo barbadee qabxilee kanin sirritti dubisii.Otoo dubartooni ‘operating manual’ halaa isaani ittiin gamachisaan utuu barreffatani silaa, Amalaa fi wantotaa warrotaa dhiraa irrattii dalaganii irrattii hunda’inaa qabachuun isaa amanamaadha


Durbartoota hiriiyaa qabanii dhiibbantamatii lakka’amani wantotaa dhiraa irraa isaani gamachisaani Gafaneeraa akkaa armaan Gadititii dhiyaataa.

Otuu danda’ame dubartini fi warrii dhiraa akkaa ittii wal gamaachisanin sirritti beekanii wantaa bayee Gaarii ture 

Qabxiillee 10 Dubartii Gamachisuuf Nuu gargaaran

  1. Dubartii Dhirii offittii Amanamumaa(confidence) qabuu bayee Gamachiisaani , Hata’uu malee yeroo hundaa offittii Amanamuumaa(confidence) qabachuun rakkisaa ta’uu ni malaa. Wantii guddaan offii ta’ani argamuudhaa. Yeroo shakkiffii soodaa qabateefilee ifaan ifattii dubartii jaalatuuf beeksisuuf ofittii amanamuumaa qabachuun bayee barbachiisaa , yeroo kanaa goteetii dubartiin siin boonuuf ittii hin ulfatuu kana jechuun ofii tuluu utuu hin tanee (confidence) qabachuu barbachiisaa. Dhiraa qofaaf otuu hin tanee warraa dubaratiifis dhirii durbartii ofitti amantuufi ofi jalatuu fiilataa.
  1. Ofi hin tulinii (don’t take yourself too seriously) dhiraa tokkoo tokkoo ofi tuluu isani irraa kan ka’ee walin hasayuun bayee namatii kan ulfatutuu jiraa. Jiruun bayee namatii ulfatii garuu rakkinaa bayee kessaa dabaraa hata’uu malee ofi tuluu irraa wantaa umamee irrattii kolfuun , wantotaa akka salphatii fudhachuun gamachuu umuun bayee dubartotaani akkaa jalaatamtuufi akka bayee Gamachiisuun qoranan kuni hin agarsisaa.
  1. Wantaa hin godhaa jettee godhii(follow through) , yoo hin goonnee waddaa hin seenin(follow through)  waddaa sobaa takkalee hin seeniin , yoo hin bilbileef si bilbilaa hin jedhiin, yeroomaa akkaa duubartitii hin dhagayaamnee godhuuf yaaltuule yoo ta’ee gonkuumaa waddaa sobaa hin seeniin.waalitti dhufeenyaa dubartiif dhiraa kessaattii, Amanamuuf wantaa waddaa galaniif ittii gaafatamuumaa fudhaachuu hundee ijaarsaa jalalaaf gammachuuti.
  1. Dubartii biraattii wantooni xixiqqoon gaatii guddaa qabani(the little things matter) wantotaa atii gotuu hundaa gadii fagenyaan dukkaa bu’ani. Kabajaa kenituufi halaa walin hasoftuu, haala namotaa birraa ishi biraattii gotuu, haalaa bilbilaan hasofsiftuun , wantotaa ijaa warraa dhiraa biratti salphaa fakkatani mudhataa kanen akkaa ganama bilbilani akkam bultee galgalaa akkam oltee kunin, yeroo gafaa walidhabdeen tokkoo dhalataa akka dhifamaa argatuus ni gargaraa!
  1. Walin kolfi diqoo busheesini(Tease … lightly) dubartiifi wantaa kolfisisuun yoo jetteen bayee jalatii hin gammachiisaani. Garuu guddiftee yoo bushesiteen bayee sitii dalanuu dandeettii ofi eganoo barbachisaa. Yoo akkaa tasaa ummamee immoo , dhifamaa gafachuun barbachisaa , ballessaa ofi Ammanani dhifamaa gafachuun dubartii bayee tokkoo gammachiisaa.
  1. Babareedi(take care of your appearance) dubartooni bayeen baredinaa isaani irratti bayee dadhaabuu , maataa isaani barechiisuuf qarshii bayee kanfaluu , (make up) ni fayyadamuu , ufaana babareeda bitatuu kana godhuun ofitti amanamuumaa guddaa dubartotafii kenaaf namaa isaani jalateef bareedani mudhaachuu barbadaani.akkasumasi dhiraa isaanif ofi barrechisuu bayee gamachisaanii, ofataa gagarii ufadhuu yoo wantaa fashion yoo hin benee isima irraa ykn bakkaa biraatti baradhuu.
  1. Wa’ee jalalaa hasayuu fi jalalaa mudhisuu(Romance) kana jechuun gatii guddaa basani bashanaa guddaa demuu utuu hin tanee sadarkaama qabenyaa keetitiin walitti dhufenyaa kessani Romantikii godhuun dubartii bayee gamachiisaa. Wantotaa walqunnamtii salaatin wali qabtani utuu hin guddattiin gubaa gubaa irraa hasayuun dubartii Gamachuu in ummaa kuni sammuf fedhaa qamaa dubartii hubachuuf si gargaaraa.
  1. Wanta balleesiteef ittii gafatamuuma gutuu fudhadhuu(Take responsibility) yeroo tokko tokkoo hundumtii kenaa wantaa nama midhuu dubachuu ykn godhuu ni dandeenyaa yeroo wanti akkana ummamuu itti gafatamuumaa gutuu fudhachuun ballesaa ofi amanuni barbachisaadha kana immo ifaan ifatti wantaa ummamee irratti mari’achuu barbachisaa. Yoo kana gotee dubartiin hin jalatee yeroo ofitis isheenis kanuma gotii, yeroo gamachuufi gaddaafi arii walin ta’uu bayee gammachiisani.
  1. Wantaa sittii himatuu sirrittii dhagefachuu malee rakkina isheen sitii himtee furuufi hin yalin(just listen , no fixing) Dubartoni bayeen hasawaa jalatani , wantaa isaniti dhagayamee hin hasayani , wa’ee hiriyootaa isaani hin hasayaani yeroo bayee hiriyaa dubartataa isani walin yoo hasayaani ilee yeroo tokko tokkoo si walinis hasawuu hin barbadii, yeroo hundaa wantaa hasayaniif falaa barbadhuu dhabuu ni maluu , kanaaf wanta sitii himtuu hunda dhagayuu malee falaa kenuu hin yalinii.wanta isini sitii himartuulee hin tufatini , hin dhabsisinin cadhisii qalbiin dhaggeffadhuu yeroo tokko tokkoo cadhisani dhageffachuun gahaa dhaa , gorsaa ilee kenuuf hin yaliin yoo isheen na gorsii jetee gafatee malee. Akkasuma isheenilee si dhagefaattii si kabajitiis.
  1. Nama yaaduuf barbadii(they want to be cared for) yeroo tokkoo tokko dubartii dhiraa dhakaa mukatii isani busuu jalatanii garuu , wantii akka dhiraa isani yaadu jalatanii hin jiruu, dhiraa , isani yaduu , kabajuu fi Jalaalaa keenuuf  guddisee Gamachiisanii, walumani cisuuf hin sobinin , yooma kaa dhugaan jalatuunifi Gamachisuni wanta barbaduuf qofaa godhii, dubartiniis kanuma gotii sitiilee ni gamadii.

Comments

comments

Related posts