Politics 

Abdominal aortic aneurysm(Garachaa kessaattii Dhiitahuu Hiddaa Dhigaa Guddichaa(Aorta))

Mallattoo (Symptoms)

Abdominal aortic aneurysm yeroo bayee mallatoo tokkoolee utuu hin argarsifnee  sutaan  wanta guddaatuuf , beekuuf bayee nama rakkisaa. Bayinaan xiqqoo ta’ee jalqabee xiqoo ta’ee yeroo hafuu Gamaa birrattiin Namotaa biroo irraattii sutaan ykn hatataamaniis guddachuu hin danda’aa. Walumaa Galatii Mallattolleen dhibichaa kan armaan Gadiitii

  • Dhukkuubi Garaa ykn cinachaa irraa
  • Dhukkubaa Dugdaa
  • Dhayataa akkaa onnee Garachaa kennaa (Abdomen) nutii dhagayaamuu ni malaa

Kessatuu dhukkubaa yeroo gababaa kessatti isini jalqabee yoo isinitii jabatee Gargarsaa Yaala argachuu guddisee barbachisaa.

Dhibee kunii Maal irraa dhifaa

  • Hardening of the arteries (atherosclerosis). Ujjummoo dhigaa kessattii Walittii qabamuu commaaf wantotaa biroo.
  • High blood pressure. Dhibbaa dhigaa Guddaa , Dhibbaan dhigaa yoo bayatee ujummoo dhigaa haphisuufi dhosuu ni dan’daa
  • Blood vessel diseases. Dhibee Ujummoo dhigaa (inflame) tasisaani
  • Infection in the aorta. Carraa infection Bacteriyaafi Fungi irraa dhufuu dhiphaa ta’uus Dhibee kanaa nuutii fiduu danda’aa.
  • Trauma. Balaa Konkolatafii , midhamni adda addaa dhibee kanaa nutii fiduu danda’aa.

Gabaabamattii 

Dhiibeen kuni kan ummamuu ujummoon dhiigaa Gurguddaan(blood vessel) Garachaa kessani Garaa qaama Gadii Anaa Deemuu yeroo Gudatee . ujjummoon Dhigaa(Aorta) Jedhamuu Dhigaa Onnee irraa Qabatee jidduu laphee kennaani garaa Garachaa fi qamotaa kenyaa Gadii Anaani Deema.

(Aorta)n Hiddaa Dhiigaa isaa Guddichaa, kanafuu addaa dhihuu ykn tarsa’uun hiddaa dhigaa kuni(Abdominal aortic aneurysm) , Balaa lubbuu kenyaa irraan gahuun du’aa namaa saaxiiluu danda’a.

Hamaa dhitaa fi safiisaa Guddinaa isaattiin Yaaliin baqaqsani Hodhuu ykn Yaaliin biraa godhaamuu ni danda’aa.

Duranaa Warrotaa dubisuufi badhasaa qophessaa jiraa yoo hagaa eddoo kana dubiftee facebook irraattii commeettii (Nailed it) Jechuun Barressii.

Comments

comments

Related posts