Health 

DHIPHINNII SAMMUU furdina qaamaa garmalee namatti fida

Dhiphuu/muddamaa fi furdina qaamaa + Biyya keenyatti nama furdate yoo arginu ‘jireenyi siif ta’eera’ jechuun baratamaa dha. Qorannoon gara gara akka agarsiisanitti namootni gaafa dhiphuu /muddama keessa dheeraaf turan ni furdatu ykn ulfaatinni qaamaa isaanii ni dabala. Namni gaafa dhiphatu hormonii muddamaa, kortisool, kan jedhamu xannacha adrenalinii irraa baayyinaan madduun qaama namichaa balaa dhufuuf qopheessa. Yeroo namichi dhiphuu keessa bahu hormoonichis bakkatti deebi’a. Dhiphuun/muddamni namoota tokko tokko irratti bifa isaan dhiphachuu ofii ofirratti hin beekneen mullachuu danda’a. Yeroo dheeraaf koortisooliin baayyinaan dhiiga isaa keessa tura jechuu dha. Kun immoo fedhiin…

Read More
Health 

Dippoo Prooveraa

Depo proveran kanneen hormonaali qusannoo maatiif kennaman keessaa isa tokko. Kunis marfeedhaan kan ji’a sadii sadiin kennamuudha. Gosni qusannoo maatii kun shamarran gariin irtatti amala marsaa laguu jeequu ykn hambisuu,mataa dhukkubbii,finnisa qaama ykn fularratti baasuu,furdisuu,wayita ilmoo godhachuuf qusannoo maatii kana addaan kutan tursiisuuf kkf of keessaa qaba. Wayita daa’ima godhachuuf addaan kutan shamarran gariin hanga ji’a ja’aatti ulfaa’uu ni danda’u . Shamarran hammi kaan immoo erga addaan kutanii hanga waggaa lamaatti ulfaa’u. Kanaaf gosni qusannoo maatii kun dhibee dhala dhabdummaa yeeroo dheeraa waliin waan wal hin qabanneef dhiphachuun hin barbaachisu.…

Read More
Health 

ANEMIA – HIR’INA DHIIGAA

HIR’INA DHIIGAA (ANEMIA) Hir’ina dhiigaa jechuun yoo dhiigni diimaan qaama keenya keessatti argamu haga barbaachisuu irraa gadi bu’u jechuudha. MALLATTOO ISAA Dadhabbii, afuurri cituu, harkii fi miilli dilallaa’uu Mataa dhukkubbii lafti namaan maruu, waa yaadachuu dadhabuu. Dha’annaan onnee oduma taa’anii akka nama fiiguu namatti dhaa’amuu Gurra keessaa namatti iyyuu, dhamdhamni nyaata namatti jijjiiramuu fi kkf. MAALTU HIR’INA DHIIGAA FIDAA? Dhiiguu kanneen akka dahumsaa, marsaa laguu, kintaarootii fi kkf. Hir’ina viitamin B. Hir’ina elementii ayirenii (Iron) Dhukkuba garaachaa Raammoo garaa (hook worm) Dhukkuba busaa (malaria) Dhukkuba kalee yoo baayyee namarra ture…

Read More
Health Romance 

HOW TO REDUCE WEIGHTS: ULFAATINA QAAMAA AKKAMIIN HIR’ISUU DANDEENYAA?

Decreasing weight saves us from so many chronic diseases. It can avoid hypertension, diabetes and heart failure. ULFAATINA QAAMAA/FURDINA/ HUMNAA OLII AKKAMIIN HIR’ISNAA? Bishaan dhuguudhaan. Ganama akkuma hirribaa kaaneen bishaan yoo danda’ame loomii itti naqnee dhuguu qabna. Kana qofaan hin dhiifamu; nyaata nyaannu hundumaa waliin bishaan ga’aa sirriitti dhuguu qabna. Shayii (keessumaa shayii magariisa ykn green tea) sirriitti dhuguun ni gargaara. Nyaata sa’aa 1:00 boodaa (galgala) irraa of qusachuu qabna. Nyaata miyaa’aa ta’an akka kuukisii, chiipsii, keekii mimi’aawoo irraa of qusachuu. Nyaata kuduraaf muduraa sirriitti nyaachuu qabna. Nyaata zayitaa isa…

Read More
Health Technology 

RED EYE: MAALTU IJA KEENYA DIIMESSUU DANDA’AA?

What disease or environmental exposures can make colour of our eyes reddish? Here are some! Diimachuu Ijaa (Red Eye ) Iji keenyaa maaliif yeroo tokko diimataa? Iji keenyaa yoo rukkutame, yoo alkoolii baay’isnee dhugne boor ganama isaa fi kkf diimachuu mala. Kun waan namni hunduu beekudha. Kanaan ala waantota akkamiitu diimachuu ijaa fidaa? Alarjii: Kun yoo iji keenya waantoota isaan mudatan akka awwaara, Aara, harcaa abaaboo garagaraa, dibata biifamuu fi kkf lolanii diimatan jechuudha. Diimachuutti dabalee kessuumaa mallattoo akka hooksisuu, gubuu fi boo’uu yoo qabaate sababa alarjii ta’uu mala. Gogiinsa…

Read More
Health 

HOW TO REMOVE ACNE: FINNISA AKKAMIIN BALLEESSUU DANDEENYAA?

Acne may be not life threatening or attention seeking unless there is super infection is there. But it could be disfiguring and tiresome. FINNISA (ACNE) AKKAMIN OFIRRAA ITTISUU DANDEENYAA? Rakkoon kun kan uumamu yoo xannachi gogaa sabaceous gland jedhamu kan dhangala’aa akka zayitaa sebum jedhamu kan gogaa keenya akka hin gogne eeguuf gargaaru oomishu haga isarraa eegamuu ol dalagu (overactive) dha. Akkamiin ifirraa ittisuu dandeenyaa? Nyaata zayita qaban erga nyaannee booda fuula keenya qaqqabuu dhiisuu qabna. Dibata fuulaa (make up) hir’isuun baay’ee gargaara. Dibata baareedinaa (make up) yoo dibannu kan…

Read More
Health Technology 

HOW TO PROTECT OUR EYES: IJA KEENYA AKKAMIIN EEGGANNAA?

To protect our eyes well from different kind of rays out of mobile and computers what shall we do? Here are some. Koompuuterri fi Moobayiliin Ija keessan akka hin hubne: Sadarkaa ifaa (brightness) koompuutera keessanii akka inni ifa naannoo keessa jirtanii waliin walfakkaatutti adjust godhadhaa. Fakkeenyaaf screen computeera keessanii fuula keessanitti akka madda ifaatti ifa baasaa jira taanaan ol ka’aadha jechuudha. Isin jalaa dimimissaa’ee jennaanis rakkoodha. kanaaf ifa naannoo keessanii waliin walfakkeessaa. Yeroo baay’ee yoo yeroo dheeraaf kan barreessitan ta’e halluun backgroun barreeffama keessanii adii, halluun barreefama keessanii ammoo gurraacha…

Read More
Health 

Benefits of Sexual Intercourse: Faayidaa Walqunnaamtii Saalaa Ofeeggannoo Qabuu.

Sexual intercourse in the eye of health sciences have numerous health benefit and should be encouraged. Fayidaa fayyaa walqunnaamtii saalaa! Dandeettii dhukkuba ofirraa ittisuu qaama keenyaa hedduu cimsa. Walqunnaamtii saalaaf fedhii akka qabaannu taasisa. Dandeettii fincaan qabaachuu afuuffee fincaanii dubartootaa ni dabala. Dhiibbaa dhiigaa qaama gadi buusuuf gargaara Sochii qaamaa waan ta’eef fayidaalee sochiin qaamaa agamsiisu nuuf kenna Carraa dhukkuba onnee tasaa gadi buusa. Dhukkuubbii kamiyyuu kan qabnu yoo ta’e akka nutti hin dhaga’amne taasisa Carraa kaanserii xannacha prosteetii dhiiraa hir’isa Hirriba qulqullina qabu akka rafnu taasisa Dhiphina sammuu (stress)…

Read More
Health 

Neuropathy, Dhukkuba Narvii

Nerve disease is a very broad and diverse to put it under one topic, this is the about general nerve disease. DHUKKUBA NERVII Narviin sirnoota qaama keenyaa isaan gurguddaa keessaa tokko yoo ta’u; ergami isaa inni guddaan ergaawwaanii fi ajaja qaama keessaa daddabarsuu fi to’achuudha. Miirawwan garaagaraa kan akka dhukkubbii arguu fi kkf kan fuudhus narvii kanadha. Dhukkubni narvii gosoota hedduu fi bal’aa of keessa qaba. Kana keessaa garuu kan yeroo baay’ee nama dhibuu fi kanan har’a kaasuu barbaade dhukkuba narvii kan gara alaa (peripheral neuropathy) kan jedhamudha. Dhukkubni kun…

Read More
Health 

The characters of true love: Amaloota Jaalala Fayya Qabeessa kudhan

True love is known by some principles and characters, and some psychologists believe that the following things characterize the true love. Amaloota Jaalala Fayya Qabeessaa Fidan kudhan (10)! XIINSAMMUU 001 Jechoota kana sadan “Sin jaalladha”, “Galatoomi”, “Dhiifama” bakka isaan barbaachisan hundaatti utuu of hin qabiin fayyadamuu. Yoo balleessaa walirratti argan, hiriyyaa biraa, facebook fi namoota birootti haasa’uu dhiisaanii kallattumaan walitti haasa’uu. Jireenya dhuunfaa qabaachuu jaalaleewwan lameenii. Jireenya waliinii akkuma qaban, jireenya dhuunfaa isaaniifis kabajaaf bakka qabaachuu qabu. Jireenyi isaanii 100% kan waliinii ta’uu hin qabu. Jaalalli isaanii jaalala waan ammaa…

Read More