successful life Politics 

How to Set Goals and Achieve Them: Qabxilee 10 Kayyoo Tolfachuuf , Kayyoo tolfatan galmaa Gessuu nu gargaraan.

How to Set Goals and Achieve Them: Qabxilee 10 Kayyoo Tolfachuuf , Kayyoo tolfatan galmaa Gessuu nu gargaraan. Yeroo bayee karoraa bafanee Galama Gayuuf bayee nama rakkisaa , yeroo dheeraaf  karoorfanee galmaa gayuu dhabuu kennaa irraa kana ka’e bayeen kenaa sadarkaa abdi kutachuu irraa genyeeraa Hata’uu malee karaa malaa sayinsawaa ta’een Kayyoo tolfachuuf galmaa gayuun ni dandayamaa! Akkaa qoranoo ‘Statistic Brain’  godhameetin persentin 92% utuu kayyoo bafatani galmaan hin gayiin waggaan(year) suni irrattii dhumataa. Sani qofaa utuu hin tanee waronii karoraa bafataa Torbanuumaa jalqabaa irraattii akkaa abdi kutaan Qorananin kuni…

Read More
couples insurrance service Politics 

Qabxiillee 10 Dubartii Gamachisuuf Nuu gargaaran(Ten Sure Ways to Make a Woman Happy)

Dubartii jalatuu akkaa isheen wantaa ati barbaduu hundaa siif tatuu yoo barbadee qabxilee kanin sirritti dubisii.Otoo dubartooni ‘operating manual’ halaa isaani ittiin gamachisaan utuu barreffatani silaa, Amalaa fi wantotaa warrotaa dhiraa irrattii dalaganii irrattii hunda’inaa qabachuun isaa amanamaadha Durbartoota hiriiyaa qabanii dhiibbantamatii lakka’amani wantotaa dhiraa irraa isaani gamachisaani Gafaneeraa akkaa armaan Gadititii dhiyaataa. Otuu danda’ame dubartini fi warrii dhiraa akkaa ittii wal gamaachisanin sirritti beekanii wantaa bayee Gaarii ture  Qabxiillee 10 Dubartii Gamachisuuf Nuu gargaaran Dubartii Dhirii offittii Amanamumaa(confidence) qabuu bayee Gamachiisaani , Hata’uu malee yeroo hundaa offittii Amanamuumaa(confidence) qabachuun…

Read More
Politics 

Abdominal aortic aneurysm(Garachaa kessaattii Dhiitahuu Hiddaa Dhigaa Guddichaa(Aorta))

Mallattoo (Symptoms) Abdominal aortic aneurysm yeroo bayee mallatoo tokkoolee utuu hin argarsifnee  sutaan  wanta guddaatuuf , beekuuf bayee nama rakkisaa. Bayinaan xiqqoo ta’ee jalqabee xiqoo ta’ee yeroo hafuu Gamaa birrattiin Namotaa biroo irraattii sutaan ykn hatataamaniis guddachuu hin danda’aa. Walumaa Galatii Mallattolleen dhibichaa kan armaan Gadiitii Dhukkuubi Garaa ykn cinachaa irraa Dhukkubaa Dugdaa Dhayataa akkaa onnee Garachaa kennaa (Abdomen) nutii dhagayaamuu ni malaa Kessatuu dhukkubaa yeroo gababaa kessatti isini jalqabee yoo isinitii jabatee Gargarsaa Yaala argachuu guddisee barbachisaa. Dhibee kunii Maal irraa dhifaa Hardening of the arteries (atherosclerosis). Ujjummoo dhigaa…

Read More
Politics 

Effects of alcohol on our body system miidhaalee alkooliin qaama keenya irraan ga’u

MIIDHAA ALKOOLIIN TOKKOO TOKKOO QAAMA ILMA NAMAA IRRAAN GA’U KANA DUBBISAA! #Dubbisa #Gaarii SIRNA HORMAATAA FI ULFA IRRATTIDHIIROTA-Fedhii saalaa dabala, qaamni saalaa garuu akka hin kaane taasisa ykn ni hir’isa (enhances libido and inhibits irection)-Cidhaan akka shuntuuree hammaan xiqqaatu taasisa.-Baay’inni speermii garmalee akka hir’isu taasisa-Ijoollee qaamni saalaa isaanii guddina irra jiru yoo dhugan sirni walhormaataa isaanii akka seeraan hin fagaagne taasisaDUBARTOOTA-Marsaa laguu akka seeraan hin dhufne taasisa-Ovaariin hammaan akka hir’isu taasisa.-Carraa ulfaa’uu gadi buusa-Erga ulfaa’anii carraa ulfi irraa ba’uu olkaasaULFA/DAA’IMA GARAA KEESSAA IRRATTI-Ethanoliin haala salphaan placenta keessa darbee daa’ima garaa…

Read More

Qufaa ykn Utaalloo (common cold)

Utaalloo ( Common cold) irraa dafnee fayyuuf: -Boqonnaa gahaa fudhachuu -Bishaan ashaboon bulbulanii afaan fi gorooroo lulluuqqatanii (gurgle) godhanii tufuu -Dammaa fi qullubbii adii nyaachuu -Waan ho’aa funyaan gararraa ykn Adda keenyarra kaa’achuu -Decongestan kan jedhaman kan funyaan cufame nuu banan mana qorichaa irraa fudhachuu -Loomii xuuxuu -Dhangala’aa sirriitti dhuguu -Yoo rafnu boraatii (pillow) dabalataa mataa keenya jala kaa’achuu -Waan ho’aa dhuguu -Yoo funyaan keenya keessaa dhangala’aa baafnu, qaawwa funyaanii lamaan isaa altakkaatti yoo qabne gurri keenya ni miidhama. Kanaaf dabaree dabareedhaan baafachuu qabna. Dr. Gurmeessaa Fayyaan Faaya

Read More
Politics 

ቦይንግ 767 ለምን: ተከሰከሰ??የአሜሪካ የጉዞማስጠንቀቂያ ??

ቦይንግ 767 ለምን :ተከሰከሰ?? የአሜሪካ የጉዞማስጠንቀቂያ አሜሪካ: የጉዞ :ማስጠንቀቂያ: በኢትዮጵያ: ውስጥ: እየተካሄደ :ያለውን: ሕዝባዊ:ሰልፍ:ተከትሎ: የወጣ:ሲሆን:ማስተንቀቅያውም: ቦሌ:አየርመንገድን:እንዳይጠቀሙ:ለዜጎቹዋ:ያስጠነቀቀ:ሲሆን:ዜጉቹአ: ኢትዮጵያ:ውስጥ:የሚያረጉትንም:እንቅስቃሴ:እንዲገቱ:ያስጠነቅቃል:: አስደንጋጭ:የሆነው:ጉዳይ:የboing 737 – 800 MAX የተከሰከሰበት: እለት:እና ማለትም:march 10 የቦሌን:አየር:መንገድ:በስም:ጠርቶ:የአሜሪካ:ዜጎች:እንዳይጠቀሙ:ማስጠንቀቁ:እና  :: ማስጠንቀቂያው ወቶ:በሁለት:ቀናት:ውስጥ:የአውሮፕላኑ:መከስከስ :ነው :: የኢትዮጵያ :አየር :መንገድ :በአፍሪካ :ምርጡ :እና በጥራት ተወዳዳሪ :የልተገኘለት :የአየር :መንገድ :ነው :: ስለሆነም :በቴክኒክ :ችግር :ወይም :ምርመራ :ባለማድረግ :የደረሰ :አደጋ :ነው :የሚለው :የሚያስኬድ :አይደለም :: የኢትዮጵያ  737 – 800 MAX አውሮፕላን ከአራት ወራት በፊት ተገዝቶ የገባ ሲሆን :የዚሁ :ሞዴል :አውሮፕላን :በፈረንጆቹ :october በእንዶነዝያ ባለቤትነት :የተመዘገበው :737 – 800 MAX መከስከሱ :የሚታወስ :ሲሆን :አውሮፕላኑ :አዲስ :ስሪት :እና በቂ…

Read More
Politics 

Bomb attack and accident during rally in Ethiopia prime minister Abiy Ahemed is safe

Bomb accident during rally in Ethiopia prime minister Abiy Ahemed The bomb exploded approximately 20 meters from the place the prime Minister delivered speech ,there was a police car parked next to the place the bombing happened. It is confirmed that 4 people have been killed and more than 80 has been injured. The investigation is going on some suspects has been arrested some says the attack has been orkestrated by the federal police members there are also some rumors that federal police officer has been fired. In generally the…

Read More
Politics Technology 

Jaalalaaf fi Fayyaa (Health and love)

Faayidaa jaalalli fayyaa keenyaaf qabu. 1. Sababa dhukkubaatiin mana yaalaa amma ammaa deemuu namarraa hir’isa. 2. Dhukkuboota sammuu kan garmalee gadduu (depression) jedhamu namarraa eega. 3. Dhiibbaa dhiigaa gadi buusuuf ni fayyada 4. Qorichoota sammuu namaa adoochan irraa nama eega. 5. Dhukkubbii qaamaa gara garaa irraa nu eega. Gammachuudhaan jiraachuuf 7. Umurii dheeraa akka jiraatan gargaaruuf

Read More
Politics 

There was a Name Oromo in Ancient Egypt’s Language!

source:http://mereja.com/forum/viewtopic.php?f=35&t=99683 There was a Name Oromo in Ancient Egypt’s Language! North East Africa is often cited as the center of some of the oldest civilizations in the world. As a matter of fact, there are scientific indications that East Africa is a cradle of humanity whereas some prominent historians point out that North East African civilizations predate Greek Classical Civilization. In his American Book Award winning book titled Black Athena: The Afroasiatic Roots of Classical Civilization, Martin Bernal argues that Classical (Greek) Civilization borrowed rational thought, humanistic philosophy, mathematics and…

Read More
Politics 

Biyyi Ethiopia Jedhamtu dhabamuf yeroo gababatu haferaa!!

(obbo Tola Robsa) Haluma tori intermeta tokko(List of countries by Fragile States Index) biyyota adda cacabufi garaa rakkina gudda nagaa dhabuti demmarani ibse kessa Ethiopian isaa tokko? Biyyota kanin kessa adda dure kan ta’ani argamanirani , Ethiopia, akkuma suraa irratti mudhatuti , Biyyi bifa dima dibameru biyya rakkina nagaya gudda kessa galuu dandetu , kan ibsu yoo ta’uu gama birratiin biyyi bifa buleen dibameru ammo biyyota nagenya bayee qabanif , biyyota tasgabayani. Halii amma biyyatin kessa jirtu kuni biyyati garaa rakko guddati kan offufi ,  akkuma biyyati olla ethiopia tate…

Read More